Bashbash page
taaju xaaha
22/11/2024
BREAKING - Weellisaan Roofnaan (Rophnan) Konsertii "DHALOOTAKOO/የኔ ትውልድ" jedhu haquu fi guyyaa hin beekamnetti dheeressuu isaa akkasumas warra tikkeettii murataniif maallaqa isaanii akka deebisu karaa Instagram isaa beeksiseera.
Uummanni keenya Salaalee fi Oromoon osoo gadda keessa jiruu Adaamaatti sirbuun waan hin malle. Murtoo sirriidha!
20/11/2024
Akka uummanni diinasaa of irraa hin dhoowwine, akka diinni hin sodaannee, Meeshaa inni qabu irraa guurrattani.kanaafuu namni meeshaa qabu isa meeshaa hin qabne akka fedhe itti roorrisa.sinis kanumaafi mitiiree kan irraa guurtaniif Ilmoo ofiin namaa darba inni jedhan Soba ta'ee jechuudha.bu'aan wal dhabbii siyaasaa kanuma.osoo garaan sin aaree Aarsaa amma kanaa uummata kana hin kanfalchiiftani.
Funny comedy
Bashbash page Add me
08/11/2024
Abbaa manaa koof Dhiifama taasiseera jettee🙏🙏🙏
Haatii manaa aangawoo guddaa biyya Equatorial Guinea 🇬🇳 tibba kana dubartoota 400 ol tahaan waliin ciisuu isaa vidiyoon irratti argamee kun guyyaa har'a midiyaan biyyatti guddaan Equatorial Standard waliin haasaa taasifteen abbaa warraa ishee kanaaf dhiifama gootee akka gaa'ila ishee ittii fufsiisuuf murteessite dubbatte!
Otuu isiin taatanii maal gootuu?
An kanan jedha!
Nama jaallattuuf umuriikee guutuu dhiifama taasisaa jiraatta
Itti aarta malee Miira of keessaa baasuu tasumayyuu hin qabaattu
Kun murtee fi ilaalcha jaalala dhugaati jedheen amana!
08/09/2024
By by 💫💫🤗
25/11/2023
‘’Seenaan Hiyyeessa Hin Qabu’’
Kabajamoo Artistii Dr Alii Birraa ♥️
‘’Seenaa Rirmi Hin Nyaatu’’
Kabajamoo Artistii Haacaaluu Hundeessaa♥️
✊
24/11/2023
Ilmi leencaa leencumaa hin gartuu. Rabbiin ha guddisu. Mashaa Allah. Jedhaan ilma martuu‼👇👇
23/11/2023
Mee nama oromoof qaalii
As keessatti eenyu akka mul'atu ilaali!👇👇👇
22/11/2023
Qindeessaa muuziqaa fi weellisaa Dinqisaa Dabalaa rakkoo dhibee namatti himachuuf ulfaatuu fi yoo himatanis salphaa fakkaatu garuu immoo taa'uu fi ka'uu nama dhoorkuun Kintaarotii (Hemorrhoid) eega qabamee bulee, tutturee jira.
Dhukkubni kun eega itti dhufe har’a waggaa 10 guuteera. Ka’uumsi dhukkuba kanaas yeroo hedduudhaaf taa’aa turuufarraa akka namatti dhufu beekamaadha. Innis hojiin isaa qindeessaa muuziqaa waan ta’eef hojii kanammoo taa’ee waan hojjachaa tureef kanumarraan dhukkuba kanaaf saaxilame.
Hojiif biyya Baahireen yeroo deeme yaala baqaqsanii wal'aanuu argatus, wal'aansa san seeraan osoo hin xumurin biyyatti deebi'ee. Madaan sunis deebi'ee itti hammaatee ammas haala dhagahuus ta'ee ilaaluuf nama rakkisuun madaa kana baachaa akka dubartiitti dhiiga harcaasaa imaluun dirqama eega itti ta'ee bubbulee jira. Sababuma kanaan erga hojii dhaabees turee jira. Maatiin isaatis rakkoo ulfaataa keessa jiru. Waan dandeessaniin mucaa kana cinaa akka dhaabbataniif waamicha Oromummaa kabajaan isinii dhiheessa. Karaa TikTokn guyyaa jimaataa kan walitti qabamuuf yoo ta'u, Gofund me warri banuun akka gargaaramu warri gargaaruu dandeessan yoo jiraattan nu cinaa dhaabbadhaa. Quunceen wal gargaartee arba hiiti.
Ulfaadha !
1000480185386 Dinkisa Debela
Commertial Bank of Ethiopia
013201247568900 Dinkisa Debela
Awash Bank!
Lammitu Lammiif......
Oduu simbirtuu marii Tanzania
Maaltuu jira?
20/11/2023
Nama kana beeytuu laata ?
Suuraa kana 👇👇 yeroo Agartu Eenyu yaadatta !??🤔
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the school
Telephone
Website
Address
MECHARA