Labu Daily News

Labu Daily News

Share

Badhaadhinaa waliin Fuldurii keenya ifa.

29/03/2026
Photos from Labu Daily News's post 22/03/2026

Ministeerri Qonnaa meeshaalee makaanaayizeeshinii qonnaa deeggarsa deeggartoota misoomaa adda addaan baasii qarshii biiliyoona 2.32n bitaman naannoleef kennee jira.

Ministirri Qonnaa Obbo Addisuu Araggaa yeroo kanatti akka jedhanitti, guddina damee qonnaa caalaatti ariifachiisuuf qaamolee dhimmi ilaallatu waliin qindoominaan hojjetamaa jira.

Dameen kun ce’umsa caasaa diinagdeetiif gumaacha fooyya’aa akka kennuuf hojiin hojjetamu cimee akka itti fufu hubachiisaniiru.

Deeggarsi kun qaama carraaqqii biyyaalessaa qonna ammayyeessuuf, oomishtummaa guddisuufi qulqullina oomishaa eeguun wabii nyaataa mirkaneessuuf geggeeffamaa jiruu akka ta’e dubbataniiru.

Meeshaalee Raabsaman kunniin Traaktaroota 63, Traaktaroota harkaa 71, Maashiniiwwan oomisha ruuzii 150, Maashiniiwwan hanqaaquu hammatan 4, Maashiniiwwan bishaan lafa jalaa baasan 5, Paampiiwwan bishaan harkisan (Anniisaa aduun kan hojjetan) 460, Konkolaattota tajaajila dirree15, dhokdhokkeewwan, Koompiitaroota (Deeskitooppii fi Laapptooppii) 980 ta’uun beekameera.

22/03/2026

Manchester City 🏆

22/03/2026

14/03/2026

09/03/2026

09/03/2026

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Mechara?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address

Mechara
1000