Ulaa Botor

Ulaa Botor

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ulaa Botor, Digital creator, Oromiyaa, Jimma.

11/06/2026

Muudessa siyaasaa (politicizing the mood)

Suusiin badaadha. Suusii hojii of dhabsiisuu. Suusii goomattummaa fi hamattummaa horachuun namummaa nama dhoowwa. Lakki Jara keenya nama ta’aa.

Waggaa 4 dura Adde adaanechi Koonkoo caamma godhatte, isa otoo hin geeddariin akkamitti magaalaa Finfinnee bulchiti jedhanii poloteeksanii moodii itti qabatan. Innis hamii irra darbuu dadhabe.

Ammammoo poloteeksitoonni keenya Shimeen sa’aatii wahii hidhate jedhanii ajandaa guddicha aangorraa ittiin isa kaasan nutti firfirsan. Toole jenneetuma muudessine.

Siyaasni biyya keenyaa muudii irra darbuu dadhabde.

Mee muudiin akka hin haphanneef warra muudessaniif, waa fafakkeessaa itti ergaa. Silaafuu warri waa nuuf ergaa jechaa jiran, sayinsii siyaasaarraa gara “muudessa siyaasaatti” ce’anii waan jiraniif.

Yaa Disco koo durii tokko otoo jiraatte siyaasa aja’abaa irraa hojjadha.🤣

10/06/2026

jahan 6 Oromiyaa
Caaseffamni Godina jedhu maal ta'a?
@@@@@👇

Naannoo Oromiyaa keessatti hojii mootummaa fi misooma saffisiisuuf jechuun qooddiin kilaasteraa ifoomeera. Oromiyaan kilaasteroota 6/jahaa/ .. keessatti qoodamtee hojii mootummaa fi tajaajila mootummaa haala bu'a qabeessa ta'een akka kennitu irratti hojii hojjetameera.
Qooddiin kilaasteraa kun tokkummaa uummata Oromoo cimsuu, hojii mootummaa saffisiisuu fi misooma walqixa ta'e fiduuf akka kaayyeffate ibsameera.
Kilaasteroonni mootummaa Oromiyaa keessa:
1. Kilaastera Wallaggaa
2. Kilaastera Jimmaa
3. Kilaastera Shaggar
4. Kilaastera Adaamaa
5. Kilaastera Shaashamannee
6. Kilaastera Adoolaa Woyyuu
Qooddiin haaraan kun mootummaa fi uummata gidduutti walitti hidhamiinsa cimsuun, tajaajila mootummaa dhiyeessuu fi hojii misoomaa saffisiisuuf mootummaa naannichaan hojii irra oolfamaa jira.

Jimma Zone Communication
Oromia Prosperity Party / OPP /

01/06/2026

Obsi kaa!
keenya Rabbiin Sabran Jamiilaa Siif haa Kennu jennakaa Abbichuun Goolii 11-1 si Injifatee jiraa Obsii Itti Qama'i si Dhiisaa!😁

Photos from Ulaa Botor's post 10/05/2026

Milishaa Ganda Botor Adaree
.Qasiim Hasaan
Ummataa miskiinaa sana Maliif qoorqqiitaa😨😨??
Ummataa sana utuu nyaatuu Mana ijaarrate siin gahu ??
Utuu beknuu hubaa wajjiin nyaana jetee saareen Ummanii Akkatii saamaa jirtu utu beku calliisee sii dhaggeeffataa jira .
Atii garu ummataa qofa mitii motuummas saamaa ture Of Eggannoo dhumatii kun ......... itti fufaa ragaa guutuu wajjiin 😛😛😛😛😛😛😛😛😛😛😛

08/05/2026

👀

22/04/2026

Qaama dhiimmi kun ilaallatuuf!

osoo dubbannuu, osoo galii funaantanuu guyyaan lakkaawamee baatiiwwan bonaa darbanii yeroon qoteebulaan keenya waan ittiin waggaa guutuu isin gabbaruufi kaabinee gandaas itti gabbaru, jiraachuuf, maatii isaa bulfachuuf ittin tattaaffatu yeroon ykn sa'atii Arfaasaa botor keessatti gahee darbuutti jira. Aanaan botor xoollaay Aanaa omishaaf omishtummaan beekamtu keessaayyuu gosa omisha beekamtuudha Qoteebulaan botor % guddaan lafa isaa qota, yeroo hammaa kana garuu lafti duuduutti jira.

Qaamni maaliif jedhu hin jiru erga Waraabessi darbee sareen dutti isa jedhan sana hin godhinaatii yoo sammuu ummataf hawaasaa bal'af yaadu qabaattan dhimma 'a Tiraakteera lafa Qoteebulaa qotuu kana ariitiin furmaata kennaa dhimmi kun dhimma jiraachuuf jiraachuu dhabuuti. Ummanni ykn Qoteebulaan kun isuma waggaa guutuu maqaa adda addaan gibira irraa coraa yaataniidha. Harra gaafa lafa isaa yeroo qotamuu qabutti osoo hin qotamiin hafe boriitu Galiidhuma sassaabdan osoo hin taane ummaticha dhabdu.

Elaa jarana Aangoo keessaniif sodaattanii hin ciisiinaa Nama lamaaf sadii qofas mijeessitanii matta'a hin nyaatiinaa lafti baotor guutuun akka qotamuuf akka irraa omishamuf tattaffadhaa. erga yeroo ykn sa'atiin darbeen booda akka Saree Dutuu qofa taati dubbiin. Maaliifuu qaamoleen quuqama qabdan dhimma kanaaf xiyyeffannoo kennaan dhaamsa keenya.
Jimma Zone Communication
Worku Bogale
Mahammad Getachoo
Nejat Kedir
Yusuf Sharo
Oromia Bureau Of Agriculture/Biiroo Qonnaa Oromiyaa

03/01/2026

OF Eeggaannoo Koree Gurmaa’insa Ganda Botor Adaree Keessaa Hoggansa Sekteraalee Hogganaa jiraniinf.

Photos from Ulaa Botor's post 30/11/2025

Obboleessi keenya inni Ethiopia guutuun jaallattuu fi dinqisiifattu Shahaadaa qabachuuf Sheeka keenya Abu mu'az woliin beellama qabatee jira. Rabbiin islaamummaa abbaa jaallateef keenna. Silumayyuu badhaasni badhaasaa Olii islaamummaa dha.
Islaamni rabbiin tokkicha qofa gabbara. S. A. W immoo ergamaa rabbiiti. Islaamummaa male amantaan dhugaa hin jiru. M Allah baguma rabbiin qalbii kee fi ija kee siif banee islaamummaa urgooftuu kana si badhaase.

Jedhee yooman post godha.🧐🤲🙏

Want your business to be the top-listed Media Company in Jimma?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address

Oromiyaa
Jimma
ULAA