HAQA
dhugaa barbaadi
16/05/2025
✔ Yesuus:
Kophaa koo homaa gochuu hin danda'u. (Yohaannis 5:30)
✖️ Kiristaanummaa:
Yesus waaʼee guyyaa duʼaa kaʼuu ni beeka ture.
✔ Yesuus:
Guyyaa qiyaamaa hin beeku. (Maarqos 13:32)
✖️ Kiristaanummaa:
Yesuus Yihudootaan fannifame.
✔ Yesuus:
Ani takkaa bilbila cufamee hin beeku. Yohaannis 8:21-22)
✖️ Kiristaanummaa:
Yesus humna ofii isaatiin dinqii hojjeta.
✔ Yesuus:
Fedhii Waaqa kootiin dinqii nan hojjedha. (Luqaas 17:20) Maatewos 12:28)
✖️ Kiristaanummaa:
Yesusitti amanuu qofatu samii dhaala.
✔ Yesuus:
Waaqa, kan koo fi kan kee, Jannata seenuuf akka jiru ragaa ba’i. (Yohaannis 17:3)
✖️ Kiristaanummaa:
Seerri Tawraatii Yesusiin haqame.
✔ Yesuus:
Seera haquuf hin dhufne. (Maatewos 5:17)
✖️ Kiristaanummaa:
Yesuus nabi Muhammad hin beeku ture.
✔ Yesuus:
Raajiin ana booda dhufu jira waan hunda sitti hima. (Yohaannis 16:12-14)
✖️ Kiristaanummaa:
Waa'ee Kaaba Iisaa homaa hin dubbanne.
✔ Yesuus:
Ana booda kallattii sujuudaa ni jijjiirama. (Yohaannis 4:19-21)
✖️ Kiristaanummaa:
Yesusiin waaqeffachuu qabna.
✔ Yesuus:
Ana osoo hin taane waaqa keenya tokko waaqeffadhaa. (Maatewos 4:10)
✖️ Kiristaanummaa:
Waaqni keenya Yesus ofumaa dhufe.
✔ Yesuus:
Fedha Waaqa kootiin dhufe. (Yohaannis 7:28)
✖️ Kiristaanummaa:
Waaqayyoo fi Yesuus tokko.
✔ Yesuus:
Abbaan na caala. (Yohaannis 14:28) Yohaannis 13:16)
✖️ Kiristaanummaa:
Waaqa keenya lafarratti argineerra.
✔ Yesuus:
Abbaa keenya Waaqayyo namni argee hin jiru. (Yohaannis 5:37) $ (Yohaannis 6:46)
👇👇👇👇👇👇👇👇
Share godhaa
Gaafilee Kudha afur (14) Kiristaanota irraa deebisaa barbaada.
[1] – Yesus Kiristos osoo mataan isaa RABBIIN ta'ee (Wangeela Maarqoos 15:34) irratti, maaliif “Elo'ii, Elo'ii lamaa sabaktanii?” jedhee RABBIIN waammate?
“Elo'ii, Elo'ii lamaa sabaktanii?” jechuun Waaqayyo ko, Waaqayyo ko maaliif na dhiifte?” jechuu dha.
[2] – Yesus Kiristos osoo RABBIIN (Wangeela Yohaannis 8:28) irratti, maaliif “ani isa abbaan na barsiise akkan dubbadhu malee, ofiin homaa akka ani hin hojjennes in hubattu. ” jedhe?
[3] – Yesus Kiristos osoo RABBIIN ta'ee, (Wangeela Yohannis 14:28) irratti, maaliif “abbaan na caala'o. ” jedhe?
[4] – Yesus Kiristos osoo RABBIIN ta'ee, (Wangeela Luqaas 23:46) irratti, maaliif Yesus sagalee guddaadhaan iyyee, "Yaa abbaa ko, hafuura koo harka keettan kennadha!" jedhe?
[5] – Yesus Kiristos osoo RABBIIN ta'ee, (Wangeela Maarqos 10:18) irratti, "Maaliif gaarii naan jettan? Waaqayyo isa tokkicha duwwaa malee, namni gaariin tokko illee hin jiru jedhee dubbataa?
[6] – Yesus Kiristos osoo RABBIIN ta'ee, (Wangeela Yohannis 20:17) irratti, maaliif "Ana hin qabin! Ani amma iyyuu gara abbaatti ol hin baane; gara obboloota koo dhaqii, 'Ani gara abbaa kootii fi abbaa keessaniitti, gara Waaqayyo kootii fi Waaqayyo keessanitti ol nan ba'a' jedhiin jedhee dubbatee?
[7] – Yesus Kiristos osoo RABBIIN ta'ee, maaliif akka (Wangeela Maatewos 17:24-27) irratti, dubbatamee jiru qaraxa yookaan gibira kafale? RABBIIN gibira ni kafalaa?
[8] – Yesus Kiristos osoo RABBIIN ta'ee, (Wangeela Maatewos 8:24) irratti, akkamitti hirribni isa qabee rafuu danda'e? Osoo macaafa Faarfannaa 121:4 irratti, RABBIIN hin rafu jedhuu.
[9] – Yesus Kiristos osoo RABBIIN ta'ee, (Wangeela Luqaas 23:34) irratti, maaliif akkana jedhe; "Yaa abbaa, waan godhan hin beekani'o cubbuu isaanii isaaniif dhiisi!" jedhe?
[10] – Yesus Kiristos osoo RABBIIN ta'ee, akkamitti (Wangeela Yohannis 17:3) irratti, Waaqayyo isa tokkicha, isa dhugaa, Yesus Kiristosin isa ati ergites beekuun isaanii jireenya bara
Yesuus fi Kiristaanummaa
✖️ Kiristaanummaa:
Waaqayyo tokko fi sadii dha.
✔ Yesuus:
Waaqayyo 1 qofa. (Maarqos 12:29)
✖️ Kiristaanummaa:
Yesuus Waaqayyodha.
✔ Yesuus:
Ani Waaqayyo miti. (Yohaannis 12:44)
✖️ Kiristaanummaa:
Yesuus Waaqa hin qabu.
✔ Yesuus:
Waaqayyoon qaba. (Yohaannis 20:17)
✖️ Kiristaanummaa:
Yesus uumaa malee uumama miti.
✔ Yesuus:
Ani uumamadha. (Yohaannis 5:26)
✖️ Kiristaanummaa:
Yesuus raajii miti.
✔ Yesuus:
Ani raajiidha. (Maarqos 6:4) $ (Maatewos 13:57)
✖️ Kiristaanummaa:
Yesus kan ergame malee kan ergame miti
✔ Yesuus:
Ani ergamaa ergamaadha. (Yohaannis 12:49) $ (Yohaannis 7:16)
✖️ Kiristaanummaa
Yesuus samii seenuu danda’a
✔ Yesuus:
Samii seenuu hin danda'u. (Maatewos 20:23)
✖️ Kiristaanummaa:
Yesuus guyyaa du'aa ka'uu Waaqayyodha
✔ Yesuus:
Yeroo sanallee abbaa caalaa xiqqaadha. (Yohaannis 8:28)
✖️ Kiristaanummaa:
Yesuus qoricha biyya lafaati.
✔ Yesuus:
Ani gara Israa'eloota qofatti ergama. (Maatewos 15:24)
✖️ Kiristaanummaa:
Yesus wanta hundumaa gochuu ni dandaʼa.
👇👇👇👇👇👇
28/04/2025
Namnii muslima taate kan rabbiitti amanutuu kan online irra jirtuu maqaa rabbii kana sheer godhi sababaa keetiin namni tokko yoo irraa fayyadamee
akkan jedhaan S.A.W namani maqaa Rabbii hifazzii godhee hin nyaatuu jedhan ifi seena jedhan Rabbin nuuf haa laafisuu jannataas nuuf haa kenuu sheeruma gotaa jazaan kee
achumaan Ergamaa kenna irratti salawaata buusii S.A.w jedhii jzk
M***i menka by afaan oromo
HAQA follow godhaa
Halkanuma silaa Herodis Phexiroos dhiheeysu san, Phexiroos shanshalata lamaan hidhamee, loltuu lama jidduu ni rafa ture; waardiyyoonni niis balbala mana hidhaa dura dhaabbatanii ni eegu turan. Kunoo, dingatuma maleeykaan Gooftichaa mullate; nuurri tokkoos mana hidhaa ni ibse. Maleeykaan suniis cinaacha Phexiroos hurutee ti hirriibaa dammaysee, “Dafii ka'i!” jedheeni; hogguusuma shanshalanni inni ittiin hidhame harka isaa irraa bubu'e.
HoE 12:6-7
Dr Zakir Naik Afaan Oromoo:
RAGAAWWAAN WANGEELAA KAN YESUUS(NABI ISAAN) GABRICHA WAAQAA TA'UU FI AKKA AANGOO WAAQUMMAA HIN QABNE MIRKANEESSAN
QABXII TOKKOFFAA.
Ragaan Macaafa Qulqulluu wanti gadi jabeessee barsiisu, Rabbiin tokkichi(Waaqni)kophaa isaa Uumama hunda Uumee argamsiise,Akkuma Uumama Uume keessatti kophaa isaa ta'e, Yeroo gabbaramus Kophaa isa Gabbaruutu dhala namaa irraa eegama kan jedhuudha.
KAKUU HAARAA.
TOKKICHUMMAA WAAQAA KAKUU HAARAA KEESSAATTI.
Kakuu haaraa jechuun፦ Macaafni kiristaanotaa yeroo ammaa jiru kun bakka lamatti qoodama. Isaanis: Kakuu Haaraa fi Kakuu Moofa jedhamu.Kakuu Haara jechuun kutaa Macaafa qulqulluu keessa kan Barattoota Yesuus arfaniin qophaa'ee(isaanis: Wangeela Maatewos,Wangeela Maarqos,Wangeela Luqaasii fi Wangeela Yohannis) Fi Xalayaa Phaawuloos 14'n kan of keessatti qabateedha. Kakuu moofaa jechuun immoo waraqaalee Nabiyyootaaf kennaman,Faarfannaa(Mazmuura Daawitii)fi Seerota Nabi Muusaadhaaf kenname of keessatti kan qabate jedhame amanama. Kakuu moofaa fi kakuu haaraan bakka tokkotti "Macaafa Qulqulluu" jedhamuun beekama.Yihuudonni Kakuu moofaa qofatti amanu.Kiristaanonni Kakuu moofaafi kakuu haaraatti amanu.Garuu Hordofoonni amantii Kiristaanaa akkuma amantii Kiristaanaa Keessa qoodamni jiru sanatti,amma kitaabban itti amananuu gidduutti garaa garummaa guddaatu jira.Fkn,Ortoodoksiin Kitaabni amantii Kiristaanaa 81 ture. Garuu, Kaatolikiin Macaafa irraa 8 hr'isuun 73 qofatti amanee kaanneen afan waakkate jechuun qubu itti qaba. Kaatoolikiin immoo yeroo deebii kennu, "Macaafni keenya silaa 73 ture.Garuu Ortoodoksiin ofumaaf kitaabban keenyatti saddet dabalachuun 81 godhate,Pheenxeen immoo 7 irraa hir'isuun Kitaabban 66 qofa godhatte" jechuun isaan lamaan akka dogongora irra jiran nuuf himuun waltuffatu.Akkuma Oromoon "Mixiin Tussee tuffatti,Tusseen immoo Mixii tuffatti,Namni immoo isaan lamaan walitti qabee tuffata" jedhu, jechaa gara mata duree keenyaatti yeroo deebinu፡ Isaan lamaan ( kakuu haaraa fi kakuu moofaa ) ke
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
959858