Jesus Generation Fellowship
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Jesus Generation Fellowship, Youth Organization, Awassa.
02/05/2026
https://www.youtube.com/-q7y7f
YOOYYAA
Aabboo YEESSOON isan eebbisu 😊🤚
NA QABAADHADHUU !!
(qidaamee) Hardha galgalaa saati 12:00 ti Youtube Jesus Generetion fellowship irrat gad dhiifamti ...
Faaruu tanaan akka isan qarqaaramtaniin Guddoo abdadha...
Faaruu tanaan itti waakaa bara hamaa kana waaqaat ufi kennaa 🙏🏻
Youtube Jesus jeneretion fellowship Subscribe tolcha, Akka akkuma gad dhiifamteen isaniin baatu.
Share tolchaa waliin dhaqqabaa 🙏🏻
SAADUUN TA AABBAA HUJIITI 🥺🙏🏻
Jesus Generation Fellowship
Badhaane Guyyoo
Nagaye Tari
Kena Cj
Abduba GK
Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus Yabello
Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus Yabello Town YOUTH
18/04/2026
Eebbitii waan roobaa dhaxxe gadi ejjite! Ijoolle teenna waan akka male dansaati…faaruu akka damma mi’ooftu….
15/04/2026
Guyyaa Yaadannoo du'a kahu Goofta keenna yeesso khristoo 04/08/2018
Jesus Generation Fellowship
Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus Yabello
Uumama 2:15-17
[15] Jennaani AABBO Waaqi nama kaani fuud'e oobru Edeni keesa kaye, aka inni qote jabeesu. [16] Ammalle waan jed'eeni, Mid'aani oobru tana ke jira ch'ufa nyaad'i, [17] ammo mid'aani mukha waan dansaafi hamtu ch'ufa gargari nama hubachiisu inyaatini, yo nyaatte guyyuma suni doota.
15/04/2026
https://www.youtube.com/-q7y7f
Jesus Generation Fellowship
10,000 Views
Thank you for your support 🙏
14/04/2026
https://www.youtube.com/-q7y7f
Jesus Generation Fellowship
1000 Subscribers
Thank you for your support 🙏
12/04/2026
Dhiyaadha saati 10:00
11/04/2026
Ittiin eebbiffamaa
Release out 🔥🔥🔥🔥🔥
ATUU JIREENNAA | Jesus Generation Fellowship | new afaan oromoo gospel song 2018 E.C Generation Fellowship Hawassa
08/04/2026
Atuu jireennaa Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.
07/04/2026
Yohana 6:68
[68] Simoni Petroni waan jed'eeni, Aabbo, eennuti yaana? Atini dubbi jireenna hegeri qabda.
Qara fiixe galatii Aabbo waaqa ha tahu! Waaqi guddo nu qarqaare Faaru haaraa mata dureen isii Atu jireenna jettu qabannee dhufuu jirraa hagasitti ammo YouTube teenna JESUS GENERATION FELLOWSHIP subscribe, share,like fi comment tolchuun nu jajjabeessa
EEBBIFFAMAA
https://www.youtube.com/-q7y7f
YEESSOON JIREENNA !
https://www.youtube.com/-q7y7f
https://www.youtube.com/-q7y7f
Follow us on
Click here to claim your Sponsored Listing.