88
Login
29/03/2025
‼️
Eebba hidha haaromsaa Itiyoophiyaa irratti dureewwan biyyoota addunyaa hedduun ni hirmaanna jechuun wal-duraa duuban yaada qaban ibsataa jiru.
Seenaa keessatti pirojektii guddaa mallaqa Itiyoophiyaanotaatin jalqabamee mallaquma Itiyoophiyaanotaatin xumursiifame hidha guddicha Abbaayyaa qofa kanas seenaf ol kaayyadhaa.
Sirna eebba pirojektii kanaa irratti perezidaantii Ameerikaa Donald Trump, perezidaantii Raashiyaa Vilodmir Putin, Perezidaantii France,MM Israel fi aangawoonni biyyoota addunyaa hirmaachuf fedhii akka qaban karaa imbaasiiwwaniitin yaada isaanii kennaa jiraachunis dhagahameera.
RAMADAN MUBARAK!!
diddee lo•la kaafnaan
Ethiopia,tti makamtee maqaashee
dhabuu malti 💥
25/02/2025
Asmara, The Regional Capital of Ethiopia. Everything Around Red Sea Belongs To Ethiopia. Eritrea Must Rejoin It's Motherland.
Mohamed is not a politician.
He is just an ordinary social media activist.
😷
&
are the same statement in
different explanation
soba biyyaaf iddaadha😎
25/02/2025
‼️
Ajajoonni waraanaa Itoophiyaa fi Somaaliyaa waraanni Itoophiyaa ergama haaraa Gamtaa Afrikaa keessa akka qooda fudhatu waliigaluun ibsame.
Walii galteen taasifame ummata somaaliyaa garee shoorarkeessituu Alshabaab irraa tiksuuf ejjannoo gaarii kan biyyoonni lamaan nageenya qaxanichaa shoorarkeessituu irraa eeguf qaban muldhisa.
Year
Will Be Celebrated in
. Asab belongs to Ethiopia💪
12/12/2024
✅Ramus Hojlund Morkii Awurooppaa liigii taphoota sagal hiriire taphateen gooliiwwan 10 lakkoofsise rikardii matas qabate.
Maanchistar Yunaayitid tapha Viktoria Plzen waliin tasise duba ka'uudhan goolii Hojlund 2fi 1n injifatee
3 POINTS FOR MANCHESTER UNITED THANKS TO RASMUS HOJLUND
Click here to claim your Sponsored Listing.