Bilile Cultural Cloth

Bilile Cultural Cloth

Share

Uffata aadaa Oromoo kan godina maraa gosaa fi dizaayinii barbaaddaniin; Gurgurtaa akkasumas akkaataa ajaja keessaniin ni qopheessina.

Photos from Bilile Cultural Cloth's post 29/07/2025

Tesoon kenyaa(mujjaa) shiromeda 0912791583

Photos from Bilile Cultural Cloth's post 20/12/2022

Mana Uffata Aadaa Oromoo Bilillee
Qophii gara-garaaf ajajaan ni hojjenna.
Odeeffannoo Dabalataaf:

Telegram:- https://t.me/Bilile_Cultural_Cloth

20/12/2022
Obsi cultural cloth 23/12/2021

Yooyyaa!
Baga Nagaan gara fuula feesbuukii keenyaatti dhuftan.
Uffata Aadaa Oromoo kan gola Oromiyaa maraa gosaa fi dizaayinii isin barbaaddaniin isiniif qopheessuu danda'uu keenya gamanumaan kabajaan isin beeksisna.
Dabalataaf karaa fuula teelegiraamii keenyaas nu qunnamuu dandeessu.
Horaa Bulaa!

Obsi cultural cloth You can view and join right away.

Want your business to be the top-listed Photography Service in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Shiroomeedaa
Addis Ababa