Roba Media
follow_me my profile page
04/05/2026
💔😭
28/03/2026
Kunis amma qabsoo ta'uu isaati mitiree qabeenya Ummataa ibiddaan gubuun🔥🙅
I'm in the top 1% of Roba Tolasa fans. I earned 390 points on their weekly engagement list last week.
Silkii jaalallee keetii maal jette qabatte osoo hin sobin comment jalatti barreessi Mee hin kolfinaa😁🫵
🤣🤣
Abba manaa Abshaala
Dubartii ganda keenya tokkotu abba manaa ishiitu yeroo hunda dhiisisee halkan walakka machaa'ee waan galuuf guyya tokko alan isa bulcha qorra keessa jette murteeffatte, Ijoollee ishiitin yoo halkan abbaan keessan dhufee balbala rukute akka irraa hin banne of eeggadha hundi keessanuu jettee akeekachiifte rafte, ijoollenis harmee isaani waan sodaataniif tole jedhanii rafan. Akkuma amala isaa abbaan manaa ishii halkan walakka dhufee balbala reebu jalqabe, haati warraa sagalee olfuute namni sirraa banu hin jiru achuma rafii ati yoomiyyuu hin jijjiiramtuu?...jetteen innis mala malate akka ishiin irraa bantuuf jedhee, sana booda sagalee isaa ol qabe "Mana seenee rafuuf miti kanan dhufe, kondomii fudhachuufan dhufe bakka mana dhugaati Shamarran baayyeetu jiru, surree kiyya fannifame keessaa kondomii fuudhi naaf kenni jedheen...Ishiin kana yoo dhageessu utaalte siree irraa kaate balbala irraa bante darbattee mana keessa buustee akkas jetteen " Hin saalfattu xiqqooshee!...ija baaste kondomii naaf kenni jetta!...Hin deemtaa! Koottu hin nyaattaa!..amma eessayyu hin deemtu mana kana keessa!'jettee balbala cufte...innis kolfaa "Ay si'i ani akka balbala naaf bantuuf jedheeti malee! Si malee nama biraa hin fedhuu!...jedheen jedhama...hahahahaha
Dubartii waliin falmuun hin barbaachisu Sammuu qabaachuutu barbaachisaa...Halkan gaari isiniif haa ta'u warri mana dhugaati jirtan kana dhageessanii akka halkan hin galle Haati mana keessanis post kiyya dubbisaa waan jirtuuf isinirraa hin bantu!.😁
warri safuu cabsite nan jettan isin kofachiisufan dhamahe malee safuu wallaaluko mini
Baacoowwan fi qoosadhan guyyaa ke bareechachuf Roba Media follow godha
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
1000