ABDI

ABDI

Share

If you find to change to try your chance

30/07/2025

Yeroo qabdu akkuma gammaddu yeroo dhabdus gammadi guyyaan ati dhabdu sitti dhufuu waan danda'uuf.

30/07/2025

Yoo lola barbaadde Gudayyaatti achi baatee. ..........

15/07/2025

05/07/2025

Share, like, follow gochuudhaan obboleessa keenya bira dhaabbadhaa.
https://www.facebook.com/share/1967LRZ6XH/

30/06/2025

Randa gamaa moxobii bajjii baqaqsuu kootii. .........

24/06/2025

Well Come Addisuu Keenyaa
Faarfataa jaallatamaa fi kabajamaa Waaqayyo Waldaa Kiristiyaanaaf kenna Addisuu Waayimaa faarfannaa Album mata duree jedhu qabatee dhufaa jira.
Wel come Addee koo!

10/06/2025

"Ittiin Buluuf jennee Udaan nyaanne" jette Sareen.

21/05/2025

Single dhugna koottaa. ...

20/05/2025

Gaafa gammadde abdii namaaf hin galiin gaafa gaddite si rakkisa.

07/05/2025

Siif Guyyaan jira.

03/05/2025

Baga Torbee Yaadannoo Injifannoo Waraana Saambee Waggaa 84ffaan isin gahe!

Akka sabaatti Sabni Oromoo, sirna mootummoota darban keessatti, dhiibamaa, miidhamaa turus, birmadummaa biyyaaf aarsaa barbaachisu hunda kaffalee biyya dhaloota har'aan ga'uu keesatti Saba hirmaannaa olaanaa taasisedha.

Waraana Adwaa irratti sabaaf sablammoonni biyyattii kaabaa-kibbaa, bahaa-dhihaa, tokkummaan ba'anii wayiita Itaalii weeraraaf dhufte, Gamtaan qolatanis, ga'een Gootota Oromoo olaanaa ture.

Itaaliin Adwaa irratti erga injifatamtee booda haaloo ba'uuf waggaa 40 booda, bara 1933, Itiyoophiyaa weeraruuf gaafa humna cimsattee dhuftus, Sabni Oromoo keessattuu, ijoolleen saglan Iluu, obboleewwan isaanii lixaafi giddugaleessa biyyaa waliin ta'uun, Faashistii Itaalii, Saambee irratti injifatanii yeroo 2ffaaf waaroo salphinaa itti uwwisan.

Tooftaa Injifannoo Saambee:-

Waktiin sun waktii gannaa, ji'a waxabajjii keessa ture. Humni Faashistii Itaalii, hidhannoo ammaayyaa qabu karaa kibba lixaan magaalaa Gooree qabachuuf deemaa dhufe.

Uummanni Iluu Abbaa Boor gandi Innoos Saambee fi Naannoo ishee jiran ammoo sochii Faashistii Itaalii kana akkaataa Itti ittisan yaaduu eegalan.

Humni garee Faashistii irraa odeeffannoo fuudhu, icciitiidhaan garee diinaatti makamuun, loltoonni Itaalii daandii riqicha laga Qabar irra akka ce'an kallattii agarsiise.

Yeroo loltoonni faashistii Itaalii kumaatamaan lakkaa’aman laga Qabar gahan gotoonni Ganda Innoos Saambee fi naannoo ishee kanneen akka qindeessitoota waraanaa Zawudee Lamuu, Margoo Bokaa, Ayyaansoo Bokaa, Bantii Daanyaa fi Qilxuu Raaboo, riqicha kutuun, Meeshaa waraanaa qabaniin diina laga gamatti rukutuu eegalan.

Qarqarri laga Qabar dhaqdhaqii waan qabuuf, loluufis baqachuufis loltoota Itaaliitti rakkoo ta'e.

Yeroo sanatti magaalaa Gooree irraa humna waraana qindeessaa Kan turan Shaambal Waldayyas Bullukkoo, humna jiru hunda qindeessuun waraana Itaalii irratti eegalame Itti fufsiisan.

Akka diinni laga hin ceenes daangeessanii qaban.

02/05/2025

Oduun "social media" kanarraa akkam ajaa'aa?

Want your business to be the top-listed Recruitment Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address

Addis Ababa
1000