Educational Conseltancy
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Educational Conseltancy, Educational consultant, Finfinnee, Addis Ababa.
21/04/2026
https://www.facebook.com/share/1BHoCs5qQ8/
Akkam jirtu? Dorgommiin miidhaginaa Miss World Ethiopia ammallee hin xumuramin jira. Dorgommii kanarratti mucaan keenya Lalisee Minkefuu sadarkaa tokkoffaan dursaa jirti. Hanga ammaatti tumsa taasistaniif galatoomaa jechaa, ammas sadarkaa tokkoffaa qabattee jirtuun akka xumurtuuf namni hundi sagalee akka kennuufiif kabajaan isin gaafanna. Dorgommichi guyyaa borii waan goolabamuuf hammasitti sadarkaa qabattee as geesserraa akka gad hin buunetti akka gaariitti vote haa goonuuf jechuu feena. Liinkii fi tartiibni ittiin filtan comment irra jira.
Nekemte city
Share godhaa barattoota keenya biraan gahaa! Carraa kanatti fayyadamaa!
• WinBox — Unbox and Win!
• I just hit the prize — come try your luck!
03/07/2025
25/05/2025
https://youtube.com/?si=PF5qhzOuFMo9XSrN
Koket Academy T.me/koketacademy Yaada fi gaaffii qabdaniif karaa telegraamii kanaa fayyadamuu dandeessu. Chaanaalii kana kanin baneef barnoota 'Economiksii' irratti hubannaa viidiyoon qindaa'e isiniif kennuuf waan ta'eef barattoonni kutaa 9-10 fi kan saayinsii hawaasaa kutaa 11-12 barattan itti fayyadamuuf like s...
22/05/2025
Economics Grade 9 Unit 6 Part 3: Demand and Supply of Money; Demand for Money https://www.facebook.com/profile.php?id=100064842094567
09/11/2024
#
Koket Academy Chaanaalii kana kanin baneef barnoota 'Economiksii' irratti hubannaa viidiyoon qindaa'e isiniif kennuuf waan ta'eef barattoonni kutaa 9-10 fi kan saayinsii hawaasaa kutaa 11-12 barattan itti fayyadamuuf like share subscribe godhaa.
09/11/2024
Koket Academy Chaanaalii kana kanin baneef barnoota 'Economiksii' irratti hubannaa viidiyoon qindaa'e isiniif kennuuf waan ta'eef barattoonni kutaa 9-10 fi kan saayinsii hawaasaa kutaa 11-12 barattan itti fayyadamuuf like share subscribe godhaa.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa
28/05/2025