YoursTech

YoursTech

Share

YoursTech – Innovate. Digitize. Grow

Website fi Aplication ni hojjanna, tajaajila gabaa dijitala fi AI ni kennina.

akkasuma barnoota teknolojii afaan oromoon ni barsiifna.
🌐 iddo barnootaa: www.yourstech.academy
📞 telegram: +201505724550

09/05/2026

barnootaTechnology baratanii itti milkaa'uuf...

08/05/2026

beektuu?

sagantaa podcast bara darbee keessaa kan fudhatame. guutuu sanduqa yaada keessa ilaalaa.

08/05/2026

08/05/2026

08/05/2026

Teeknolojii fi Gabaa onlaayinaa.....

fans

07/05/2026

Har'as BADHAASA ADDAA isiniif qabna.

waan barbaachisuu fi Badhaasichis maal akka tahe hanga dhumaatti dhageeffachuun Deebisaa Comment irratti deebisaa!.

Carraa Gaarii!

07/05/2026

Kana Beektuu? Teeknolojiin Saatalaayitii beekamoon gosa lamaatu jira:

1:GEO(geostationary) kan jedhamu yoo ta'u, Kan duraaniitii fi lafa irraa KM Kuma 36 ol fagaatee kan dachee irra naannahuudha.

2: LEO(Low Earth Orbit) kan jedhamu yoo tahu, Sattelite ammayaa fi lafa irraa fageenya KM 550 Qofa fagaatee kan argamuu fi daqiiqaa 90 jidduutti dachee irra naannahuudha.

Odeeffannoo Guutuuf Video hanga dhumaatti ilaaluun, Like, Comment, Share taasisaa.

Guyyaa Gaarii.

06/05/2026

Kabajamtootaa fi Jaalatamtoota maatii YoursTech, dhimma waa'ee Affiliate Programii Yours Tech Academy waliin hojjachuun galii mataa keessanii argachuun danda'amu irratti Har'a (jechuunis may-06/2026) galgala sa'aatii 3:00 irratti karaa chaanaalii telegrami keenyaan Live dhufnee Leenjii bilisaa ni kennina.

Liinkii Chaanaala keenyaa comment keessaa ilaaluun join godhaa.

Yeroo gaarii.
Yours Tech Academy LLC.

06/05/2026

fans


Yaada kanaan yoo waliigaltan share like fii comment gochuun gara baruumsaa horiyoota fii maatii keessan afeeraa.

Waan nu hordoftaniif galatoomaa
Yours tech Academy

03/05/2026

yaada kana ni deeggartu moo ni mormitu? hanga dhumaatti ilaaluun yaada keessan sababaa waliin comment irratti nuuf laadhaa.

Want your business to be the top-listed Computer & Electronics Service in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Address

Addis Ababa
1000