Jofew

Jofew

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Jofew, Business service, Afireca godana, Addis Ababa.

08/11/2022

sagalee fi message jaalallee kee salphaatti gara bilbila keetiitti dabarsuun hordofuu yoo barbaadee, appii akka addunyaatti yeroo ammaa jaallatame kana fayyadamu ni dandeessa.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡https://app.bbcko.com/.../sagalee-fi-message-bilbila.../

07/09/2022

uffata-suura-ittiin-kaatan-app-alaabaa-oromootti-isinif-jijjiru
App uffatuma isin uffattanii suuraa ittiin kaatan alaabaa oromiyaa kan abbaa gadaa kan adda bilisummaa oromoo kan ethiopia fii kan barbaaddanirratti isiniif jijjiiruu danda’u qabadhee isiniif dhihaadheera. Appin kun uffanni keessan haalluu fedhellee yoo inni qabaate gara alaabaa isinbarbaaddaniitti qulqullinaan isiniif jijjiira. Dabalataan suuraalee keessan haala ammayyaawaa ta’een edite gochu qulqulleessuu fii bifa fokkataa yokan wantoota fuula namaa irratti fokkisanii muldhatan sirreessuu ykn dhoksuu nidandeessu. Dabalataan …
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://app.bbcko.com/2022/09/03/edit-photos-with-filters-stickers-sky-beauty-in-only-all-in-one-photo-editor/

06/09/2022

Galii Birrii 30,000 ol Mana Keessan Teessanii
Moobayilaa keessaniin Arggachuu Barbaadduu ???
Barreeffama Kana Obsaan Dubbisaa.
Egaa YouTubiin mallaqa namaaf akka kaffalu ni beektu jennee ammanna.
Akkuma Youtubii Websitiiniis Mallaqa akka argamsiisu hedduun keessan Dhageessanii jirtu , Gonkumaa Ogeeyyoonni Damee kanaa akka Jedhanitti , Websitiin Youtubii Caalaa mallaqa kaffalaa jedhu.
Walumaa Galatti Mana keessan teessanii Websitii mataa keessanii osoo santima Tokkollee hin baasin uummachuudhaan akkuma Facebookii Barruufii suuraa adda addaa irratti Maxxansuudhaan , Akkuma Jabina Hojii keessaniititti Mallaqa jabaa irraa arggachuu ni Dandeessu.
Kana Rawwachuudhaaf Dursa Appilikeeshinii Websitii mataa keessanii osoo mallaqa Tokkollee hin kaffalin ittiin Uummattan Liinkii Armaan Gadii CuqaasaaπŸ‘‡πŸ‘‡ Download GodhadhaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://app.bbcko.com/2022/09/02/wordpress-app-for-making-website/

Website mataa keessanii Banachuudhaaf Jalqaba Email Qabaachuu Qabdu.
Sana booda Salphumatti Banachuu ni Dandeessu.
Erga Website kana banattanii booda appii kana Fayyadamuudhaan Wantoota adda addaa irratti Maxxansaa, karaa adsensiitiin erga Fudhatama arggattanii Booda , Mallaqa hojjattan akkuma Youtubii Karaa baankii Kamiitiiniyyuu Fudhachuu Ni dandeessu.
Biyya Hunduma keessayyuu Teessanii Hojjachuu ni Dandeessu. SHARE.
By Shime man

06/09/2022

Sharafa mallaqaa karaa Gabaa Gurraacha fii Karaa Bankii Guyyaa Guyyaa dhan Hordofuuf App kana bufadhaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://app.bbcko.com/2022/08/30/money-converter-with-live-exchanges-rates-and-graphs-with-accurate/

05/09/2022

Fuula Ijoollummaa, Fuula Dulloome Suuraa Keesssan Akka Faatanitti Gara Barbaaddanitti Application Kun Application Baayyee Nama AJaaibuudha
Hundi Keessanuu Buufadhaati Yaala link Gadii Tuquun ni argattuu
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://app.bbcko.com/2022/09/05/natural-beauty-selfie-retouch/

04/09/2022

Ega Biyya keessani baatanii turtaanii jirtuu? Warrii Biyya keessan yaadan kunotii Dawadhaa Ajaa'iba
πŸ‘‡πŸ‘‡
https://app.bbcko.com/2022/05/04/google-earth-for-android/

04/09/2022

suuraa erga kaatanii booda , Duuba suuraa sanaa irraa balleessuuf appilikeeshinii osoo intarneetii isin hin gaafatin isiniif Hojjatu.
liinkii kana Tuqaa buufadhaa itti Fayyadamaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://app.bbcko.com/2022/04/22/background-eraser/

03/09/2022

Haala salphaa dhan karaa bilbila namaa Xalafuu fii waan isaan hasahaan hunda dhageefachuu Dandeessu IMO WHATSAPP MESSENGERA
APP Kanaan xalafaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://app.bbcko.com/2022/09/03/check-out-share-notification/

03/09/2022

✍Afaan keessaniin dubbachuu qofaan app,n sekondii 5 f 6 hin caalle keessatti spelling, grammar isaa afaan Ingliffaan eegee isiniif barreessuu danda'a.

Research ,assignment, report garaa garaa, ergaalee garaagaraa afaan Ingiliffaadhaan seeraa fi sirna isaa eeguudhaan keyboard itti dubbachuu qofaan isiniif barreessa.

Isinis app kana buufadhaa fayyadamaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://app.bbcko.com/2022/09/03/

02/09/2022

Ofeeggannoo godhaa Namoonni Bayyeen Bilbila isaanii tiin hordofamaa jiruun app bilbila keessan irra jiruun salphaatti namoonni isiin Hordofuu danda'u
Kana Beekuf salphaatti App kana bufadhaatii ilaala yoo bilbilii keessan xalafamee jiraate appn kun iyuu dhan sagalee isiin dhageesisa isaa booda App kam Akka ta’e isinitti hima
Isa booda app san ofirraa balleessuun bilisa ta'u dandeesuu
As Xuqaa Bufadha πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://app.bbcko.com/2022/09/02/get-camera-microphone-usage-by-any-app-notified-through-access-dots-on-screen/

01/09/2022

Sharafa mallaqaa karaa Gabaa Gurraacha fii Karaa Bankii Guyyaa Guyyaa dhan Hordofuuf App kana bitadhaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://app.bbcko.com/2022/08/30/money-converter-with-live-exchanges-rates-and-graphs-with-accurate/

26/08/2022

Karaalee Bilbila keessan Qofaan Malaqa Argachuu Dandeessan kunooti
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://app.bbcko.com/2022/08/25/check-out-fiverr-freelance-service/

Want your business to be the top-listed Business in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Address

Afireca Godana
Addis Ababa
1000