Pro Waqo

Pro Waqo

Share

Hin ce'ama

30/05/2025

Da’aa jirta malee Du’aa hin jirtu! ( )

Obsaan Annan goromsaa dhuga jedha jaarsi.!
Harmeen yeroo ciniinsuudhaan dhiphattu,
Lafeen dugda ishee yeroo gargar-saaqamee Gidirfamtu, sana booda maaltu akka jiru waan beektuuf daa’ima ishee irraa dhalatu abdiidhaan eeggachaa dhiphina ishee obsiti.!

Atis akkasuma ta’i;
Joobira ta’i humna ke haaressi
Leenca ta’i ilaalcha ke guddisi
Mixiis ta’i galaa ykn seenaa ol kaa’i
Bara milkii jiraadhu
🙏
Dawit Girmaa

30/05/2025

Hin bari'e!

13/05/2025

Hin bareedduum🙏❤🙏🙏.

Wow Amazing song ❤❤❤❤ 12/05/2025

Galatoomi

Wow Amazing song ❤❤❤❤

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Addis Ababa