Barii Addunyaa

Barii Addunyaa

Share

Nama nyaata jaallatu
nyaata dhiisaniif

Nama oduu jaallatu
oduu dhiisaniif !!

history is my love,Africa is not darkness Content,so Africa is a source of civilization. Kush is my first? Africa LinkedIn | Dugasa Dereje 19/10/2025

history is my love,Africa is not darkness Content,so Africa is a source of civilization. Kush is my first? Africa LinkedIn | Dugasa Dereje history is my love,Africa is not darkness Content,so Africa is a source of civilization. Kush is my first? Africa LinkedIn

16/09/2025

Gurraachummaan Qaalidha 🌹
‎
‎Gurraachummaan koo mallattoo abbaa,
‎Kan eenyummaa fi gootummaa adda.
‎Hin tuffatamu, hin xiqqeessamu,
‎Seenaa fi ulfina of keessaa qaba.
‎
‎Lafee goototaa irraa dhaalame,
‎Dhiiga abbootii keenyaan calaqqise.
‎Gurraachummaan koo miidhagaa dha,
‎Ulfina sabaaf mallattoo dha.
‎
‎Warraaqsa, boonaa, onnee jabaadhaan,
‎Seenaa diriiree bara dheeraadhaan.
‎Hanga lafa kanarra jiraannu,
‎Gurraachummaan keenya ifa ta’uu hin dhaabbatu.
‎
‎Waan cufti dhufu, waan cufti darbu,
‎Gurraachummaan garuu hin badu, hin dhumu.
‎Faaya ulfinaa, mallattoo eenyummaa,
‎Dhugaan jirtu – Gurraachummaan qaalidha.
‎Dhugaan jiru, dhugaa dhugooma,
‎Gurraachummaan qaalidha – ulfina gootummaa.

Profile pictures 22/07/2025
Photos from Galaana Gaaromsaa's post 15/06/2025
Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Addis Ababa