Oromummaa

Oromummaa

Share

Oromummaan daawwitiidha.

03/06/2026

Obboo Amiin Jundii yaadakee ibsachuuf yaaluun gaariidha. garuu sirni qubeessuu kee hedduu tokko waan nama saalfachiisuuf taajjabbiinkoo immoo osoo qubeessuu shaakaltee itti deebitee gaariidhan jedha.

31/05/2026

Yaa rabbii rakkina keenya akka jaalala bara kanaa nuuf gabaabsi ๐Ÿฅน

31/05/2026

Harargeen Etoophiyaaf Hormuuzi๐Ÿ˜Œโš–๏ธ

31/05/2026

Dirqamaan abbaa fi ilma walitti bobbaasuun dhaabbachuu qaba.
Atis gaafa dirqamaan manaa baate
dafii harka laadhuu lubbuu kee oolfadhu qabsoo qumaaraaf lubbuukee hin dhabiin

31/05/2026

Ijoolleen abbaa malee akka hin guddanneef milishaa ajjeessuu dhiisaa.
Oromiyaa hundaa keessatti abbootiin hundi dirqamaan hidhataniiru ๐Ÿ’”
Fedhii isaanii malee akka hidhataan namni hundumtuu quba qaba,

leenjii gahaas akka hin qabne ni beekkama kanaaf qaamni Abbootii ajjeessu kun maaloo hin ajjeesiinaa.
๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿฅน isaan duuba maatii meeqatu jira jedhaa of-gaafadhaa
Maanguddoo Oromoo dirqaman wanjoon itti kenname ajjeessuun bilisummaan dhufu tokkollee hin jiru. kunis jabina miti sabaaf qabsaa'aa Abbootii ajjeessuun boodaaf rakkoo hamaa fida akka kootti duullii manguddoon dargaggoota isaan ajjeefamuu kun haadhaabbatu.
Isinis dirree loolaa gaafa bobbatanu akkasumas gaafa marfamtaan
hin dhukasinaa harkaa ladhaa,hin lolliina lubbuu keessan oolfadhaa!
Bara qabsoo wal-nyaachuu keessa waan jirruuf.

31/05/2026

Dur-jabbii dura gala
maal jabanni
loon dura galanni
dur-abbaa ni kabajani
maal jabanni abbaatti taphatani....

30/05/2026

Warri yeroo baratan sadarkaan duuba turan har'a mindaan dura jiru!.

27/05/2026

Namni kana hin beekne jiraa?
Akka bakka jiraattuutti maal jedhamti?

26/05/2026

Qotiyyoota meeqatu mul'ata?

23/05/2026

Warri yeroo baratan 1ffaa bahaa turan har'a jireenyaan dhumaffaarra jiru ๐Ÿ˜ซ

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address

Oromia
Addis Ababa