Yusuf
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Yusuf, Entrepreneur, Addis Ababa.
27/04/2026
Ganda Sagantaan duula na filadhaa paartii badhaadhinaa filannoo marsaa 7ffaa bara 2018 bifa ho'aa ta'een gaggeefffameera.
Godina Jimmaa Aanaa Saxxammaa Ganda Shanii Camariitti sagantaan duula na filadhaa paartii badhaadhinaa bakka bulchaan Aanaa Saxxammaa Obbo Keeruddiin Abdulqaadir,Itti gaafatamaan waajjira paartii badhaadhinaa Aanaa Saxxammaa Obbo Mahammad Mahammadnuur fi Itti gaafatamtuun Ijaarsa paartii badhaadhinaa Aadde Rahimaa Abdulmaliik argamanitti gaggeeffameera.
Itiyoophiyaa gara biyya fakkeenyummaatti!
Badhaadhina filadhaa!
Mallattoon keenya Nadoo/Bissii Qamadiiti!
04/11/2025
29/12/2024
Leenjii Ethiopian coders Initiative jedhamu Kan Karaa online kennama jiru xumureen jira
Ragaa xumuraa leenjii kana Kan kennamu madallii mirkaneessa ga'umsa Ogummaa yoo xiqqate qabxii 60 ol Kan fide qofaaf kennama.
15/06/2024
As wr wb ummanni Muslimaa hundi Baga Rabbin Ayyaana Iidal Adahaa kan woggaa 1445 isin gahe
isa dhufunis nu haa ga'u
Ayyaana Gaarii!!!!!!
03/06/2024
Click here to claim your Sponsored Listing.