Fiingee Tube
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Fiingee Tube, Digital creator, Addis Ababa.
16/12/2024
akka keetti hin jiru
kan hidhaa namaa ciru
Addisu Wodajo | AKKA KEETTI HIN JIRU | New Afaan Oromo Gospel song (Official Music Video) 2024/2017 OUR YOU TUBE CHANNEL TO GET NOTIFICATIIONS OF NEW POSTSTitle : AKKA KEETTI HIN JIRUSinger: Addisu Wodajo Lyrics Akka keetti Hin JiruAkka k...
15/12/2024
akka keetti hin jiru
kan hidhaa namaa ciru.
Addisu Wodajo | AKKA KEETTI HIN JIRU | New Afaan Oromo Gospel song (Official Music Video) 2024/2017 OUR YOU TUBE CHANNEL TO GET NOTIFICATIIONS OF NEW POSTSTitle : AKKA KEETTI HIN JIRUSinger: Addisu Wodajo Lyrics Akka keetti Hin JiruAkka k...
Jireenya kee keessatti duubatan hafe,namni nan hin beeku ani dhokkadheera jettee hin dhiphatiin. Waaqayyo akka itti fuulduratti si baasu hin beektu. Namni na beeka qilleensa irran jira, hordoftoota baay’een qaba fuuldura ta’aan jira jettes of hin jejiin utuu hin yaadin qileensa irraa bu’anii toora irra ka’uunis jira.
‘’ Namni Kamuu,Qalama fi Waraqaa Isaa Yoo Wal Xuqsiise; Waan Barreessu Qaba ‘’
Eebbisaa Baayisaa
02/03/2024
Waan nu miidhu yoo lakkifne wayya !
09/01/2024
Welcome Fedasa
17/12/2023
Jaalala isa Far. Addisuu Wadaajoo Faarfannaa isa durii keessa itti eebbifama Subscribe ,share gochuun warra kaan biraan naaf ga'a.
Click here to claim your Sponsored Listing.
22/12/2023