Dr.AMA D.ROBA
HASBUN ALLAAH
WANE'IMAL WAKIIL
23/05/2024
Here are some ways to reduce your cancer risk:
π Donβt use to***co
π Exercise regularly
π½ Eat more fruits and vegetables
β
Maintain a healthy weight
π· Limit alcohol consumption
Let's beat cancer!
23/05/2024
Yeroo ammaa dhukkubni Kalee namoota baay'ee dararaa jira. Kanaaf, sirritti kunuunfachuun baay'ee barbaachisaadha. Wantoota kanniin seeraan hojii irra oolchinaan Kalee fayyaa qabeessa ta'e ni qabaatta!! Wantoonni kunniin maal fa'a???
Itti dhiyaadha!!!!
23/05/2024
Faayidaalee guyyaa guyyaa daqiiqaa muraasaaf rafuu
Namni tokko guyyaa guyyaa miirri dadhabbiifi muukii yoo itti dhagahame daqiiqaa muraasaaf rafuu danda'a. Kunis faayidaa garagaraa qaba. Haa ta'u malee, yeroo dheeraaf rafuu, sa'aa sirrii hin taanetti rafuu fi irra deddeebi'anii rafuun rakkoo garagaraa nurraan gahuus danda'a. Mee jalqaba faayidaalee isaa yaa ilaallu :-
πππππ
https://t.me/dr_heeraan1
23/05/2024
Hundee Diimaan VIA~GRA uumamaa ta'aa? Saayinsiin Maal jedha?
Hundee diimaan yaa'insa dhiigaa ni dabala, kunis namoota ED salphaa hanga giddu galeessaa qabaniif fayyada jedha qorannoon bara 2015.
Dandeettii naayitriik oksaayidiin dhangala'aa dhiigaa dabaluu waan qabuuf, hundee diimaan akka VIA~GRA ta'ee hojjechuu danda'a, kunis dhangala'aa dhiigaa gara qaama saa~laa dhiiraatti dabaluudhaan qaama saa~laa dhiiraa digirii 90 gara fulduraatti ka'ee akka Hundee Diimaan VIA~GRA uumamaa ta'aa? Saayinsiin Maal jedha?
Hundee diimaan yaa'insa dhiigaa ni dabala, kunis namoota ED salphaa hanga giddu galeessaa qabaniif fayyada jedha qorannoon bara 2015.
Dandeettii naayitriik oksaayidiin dhangala'aa dhiigaa dabaluu waan qabuuf, hundee diimaan akka VIA~GRA ta'ee hojjechuu danda'a, kunis dhangala'aa dhiigaa gara qaama saa~laa dhiiraatti dabaluudhaan qaama saa~laa dhiiraa digirii 90 gara fulduraatti ka'ee akka dhabbatuuf gargara. Watermelon illee fayyadamuun hojjadha.
ππππ
Afriikaan
1. Passport tokko
2. Maallaqa tokko
3.Bulchiinsa tokko
4. Humna waraanaa tokko
5. Khuullee tokko qabaachuufi
United States of Africa is loading.....
Marii December 2023 ingiliiz London irratti hoggantoota Afriikaa waliin dhimma Khuullee irratti goone Viidiyoo dhiheenyatti isiniif maxxansina . Jabaadhaa.
19/01/2024
Jinjibila / Zinjibila /Ginger
*****************
Keemikaalli "Gingerol" jedhamu kan Jinjibila keessatti argamu, faayidaalee armaan gadii nuuf kenna:
- Feedhii (appetite) nyaataa nuuf dabala.
- Balaqqama (balaqqama konkolaataa keessaa dabalatee) nurraa ittisa.
- Dhukkuubbii marsaa laguu ni hir'isa
- Nyaati garaa keessaa daakamuu dhabuu (indigestion) nurraa eega.
- Vaayiresii qufaa dadhabsiisuun fooyyee nuu kenna.
- Dhukkubbii maashaa keenyaa erga ispoortii hojjannee booda nutti dhufu hir'isa.
- Dhukkuba kulkulfannaa buusaa fi lafee (Ostheoarthritis) jedhamu dhukkubbii isaa xiqqeessa.
- Sukkaara qaama keenya keessaa gadi buusuun dhukkuboota karaa sana dhufan nurraa dhorka.
- Qabiyyee qaamaa yoo baay'ate dhukkuba.
Fayyaan faaya
**************
Fayyaan Faaya
Click here to claim your Sponsored Listing.