Oda Roba Post
Unity is our strength
Like our page to g*t information day to day
08/08/2025
Rukutamuun artiisti Chala Bultume dhuguma. Garuu amma yaalii arg*tee nagaa isaati. Qaama rukutta sana raawwate seerri adda baasee kan ifa taasisu ta’a. Ammaaf inni wayyaa qaba. Rabbi haa fayyisuun.
15/07/2025
Dandii Geedoo mana Beenyaa
15/07/2025
With Wakanbon Funs – I just made it onto their weekly engagement list by being one of their top engagers! 🎉
09/07/2025
Ariifachiisaa
Namni hunduu Akka Amantaa Amantaa isaatti.
Daandii Geedoo – Mana Beenyaa keessuma rakkoo km 30f uummatii waggoota hedduuf furmaata dhabee gidiraa argaa waan jiruuf; akkasumas namoota eenyummaa isaanii hin beekamneen saammichaa, dhiiga dhangaalaasuu fi ajjeechaa imaltootaa fi Konkolaachiftoota irratti geeggeeffamaa jiru daraan hammachaa waan dhufee gara Waaqayyotti iyyuun barbaachisaa ta’ee argameera. Kanaaf amantaa kami iyyuu keessa kan jirtan gaafa Adoolessa 13 bara 2017tti sagantaan kadhanna qabamee waan jiruuf guyyaa sana gara Waaqayyootti haa iyyinu! Kanaaf Godina Lixa Shawaa keessaa Aanaa Calliyaa, Aanaa Midaa Qanyii akkasumas Godina Horroo Guduruu keessaa Aanaa Jimmaa Raaree, Aanaa Coomman Guduruu, Aanaa Guduruu, Aanaa Abaaboo Guduruu, Aanaa Abbaay Comman, fi Aanaa Sulula Fincaa, Aanaa Horroo kallattin kan ilaallatu yommuu ta’u yoo dandaa’ame akka Godina Horroo Gudurutti illee yoo kadhaan godhame gaarii dha.
Kanaaf hojii daandii kanaa ilaalchisee yaaliin gama qaami dhimmi isaa ilaallatuun waliin godhamaa jiru akka jirutti ta’ee, Waaqayyoon kadhachuun furmaata hunda irra caaluu waan ta’eef dhimma kana waliif qoodaa! Kadhannaaf yoo danda’aame kadhata laguuf of qopheessaa! Lafa keenya haa baraarru!
! Godhaa guyyicha namni hunduu gara waaqayyootti akka iyyuuf🙏
08/07/2025
07/07/2025
Gedo-mana Benga road
08/05/2025
Motummaan ogeessa fayyaa yoo tuffatee jalaa callise, kan tuffatame ogeessa osoo hin taane , Hawaasa inni tajaajilu santu tuffatame.
Motummaan hawaasa isaa tuffatu, kamuu dhumti isaa badii dha. Rakkooleen heddu yoo wal faana tarree galanii dhufan , prioritization wanta jedhamutu Jira.
Osoo jennuu motummaan Kuni prioritization ni beekaa? Akka Ani hubadhutti wanti motummaan Kuni yaadaa jiru,
1. Torbema takka iyyiti
2. Sodaa kootiifuu hojii hin dhaabdu
3. Yoo didde dirqamaan hojjachiisa
4. Hidhee jara sodaachisa
Jedhee yaaduu danda'a taha. Dubbiin garuu sadarkaa kana bira dabartee jirti. Biirolee biraa osoo tahee team leaderii isaaniitiin gabaasa qofa nuuf ergi nama hojii dide jedhanii sodaachisuus danda'u malu.
Garuu kan ogeessaa fayyaa kanaan addaa. Hojii sammuuti waan taheef dirqamsiisuun hin danda'amu. Itti yaaddeetti, itti cinqamteeti kan nama yaaltu. Yoo wanti si rakkisus jiraate, consult gooteeti kan dhukkubsataan yaalamu. Kana bira darbeeyyu affordability isaas yeroon laallamu Jira. Kanaaf walumaa galatti nuti kan jiraannee as geenye rahmata Rabbiitiin malee mindaa motummaatiin miti. Kan keenyaa baayyee nuuf hin rakkatinaa, hawaasa Dirree qullaa irratti hafuuf deemu kana ilaalaa furmaata yeroon barbaadu kaayaa. These struggle may be turning point for our life. We don't have another alternative rather than job strike.
One week left.........
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Website
Address
Addis Ababa
17/08/2025