GAOM
Grand African Oromo Media
09/12/2024
06/11/2024
Guyyaa Donald Trump filatamuun kaan Gammachuu ibsachaa jiranitti Haleellaa Rookkeetii Lubnaan irraa ta'een Buufanni Xiyyaaraa guddichi Israa'el kan Teel Aviivitti argamu Biin Gooriyoon raafamaa jira.
06/11/2024
Donald Trump in 2024 Election; Elected as 47th American President.
06/11/2024
Mr.Trump Filannoo 2024 tiin Pirezidaantii Ameerikaa 47ffaa ta'uun filatamee jira.
Congratulations 🎊
03/10/2024
Eenyu Haa ⚠️
Dhaabbanni ibsa baase.
Infinity power ibsa baaseen maqaa Infinity poweritiin wantota Itiyoophiyaa keessatti raawwatamaa jiru Kan isaa akka hin taane fi hojiileen hannaa fi gowwomsaa raawwatamaa jiru keessaa akka harkaa hin qabne beeksiisee jira.
Dabalataaniis 'website' yakki kun ittiin hojjetamaa jirus Kan isaanii akka hin taane hubachiiseera.
Dhimmichas qulqulleessee seeraaf akka dhiheessus himeera.
Sababaa kanaan namoonni hedduun akka gowwomsamaa turanii fi kanneen miidhamanillee akka jiran heerameera.
Gocha kana dhaabbatichi ana miti jechuun haalee Kan jiru yoo ta'u hawwasni qaamoolee akkanaa irraa akkaa of eeggatan hubachiisaniiru.
Click here to claim your Sponsored Listing.