Chala Garomsa
Dhugaan Kan abbaa dhugaati
19/06/2026
“Hammaadhee hammaadhus namarra hin hammaadhu jedhe bofti.”
Guyyaa tokko namicha karaa deemutti aduun dukkanoofnaan mana namaatti goree na bulchaa jedhee gaafate, Abbaan qe'ee sunis manni kan waaqi bulaa maal abbaashi jedheen, namichi ol seene. Yeroo kana bofti dallaa jala ciisee jiru tokko as bahee yaa warrana aduutu natti dhiyee anas na bulchaa jedheen, namichi abbaan qe'ee rifaatuudhaan akkas jedheen, ati bineensa, bineensa keessaayyuu bineensa isa hamaadha akkamittan si bulchaa jedheen, Yaa gooftaa koo ani hammaadhee hammaadhus nama caala hin hammaadhu jedheen jedhama bofti.
Abdiisaa siidaa
13/05/2026
Moti Jifara
28/04/2026
Heetoo heexoorra hadhaa'u
Natu caalaan karaa cufe
Amma beekan mana eeguu
Natu beekaan amma dhufe.
26/04/2026
Miidhagina baadiyyaa
19/04/2026
Sanyiin haa tolu malee kan hin yaaddessu.
09/10/2025
Bofti hantuuta liqimsa malee jawwee hin liqimsu.!
Click here to claim your Sponsored Listing.
12/06/2026