Raadiyoo Hamarsan
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Raadiyoo Hamarsan, Radio Station, Addis Ababa.
17/05/2024
Sirboota bareedaa adda addaa dhagefachuuf liinkii kanaan fayyadamaa.
https://zeno.fm/radio/radio-hamarsan/
21/04/2023
Eid Mubarak
21/04/2023
20/04/2023
AYIDDE CAMBALAALLA
15/04/2023
Akka badhaadhummaa ayyaana isaattis Kristos dhiiga isaa nuuf dhangalaasuu isaatiin furamuu, dhiifamuu cubbuus qabna.
Efesoon 1:7
08/04/2023
Gazexessaan Oromoo jalqabaa eenyu?
+
05/04/2023
ELFF+ Waliin Yeroo gaarii turee
Isiin Qabachuu keenyaf ni galateefanna!
+application
03/04/2023
‘’Televijiinni wanna hunda bifa suuraan nuuf kenna ykn nutti agarsiisa, Raadiyoon garuu sammuun keenya miliyoonotaan suuraa akka uumu taasisa!’’
31/03/2023
Yeroo dhihootti sagantaawwan Bashannanaa garagaraa qopheessuun Karaa Raadiyoo Hamarsan guutuu adunyaatti "application ELFF+" jedhamuun dhaggeeffatamuuf qophii keenya xumurree jirra!nuu eeggadhaa! 🎊
Gaarii yaadaa gaarii gaadaa
haa imallu waliif qoodaa!
Hamarsan Raadiyoo
17/03/2023
Beeksisa
Namoonni gaazexessitoota taatan akkasumas dandeettii qophii bashannanaa Raadiiyoo qopheessuu qabdan.Nu waliin akka hojjettan affeerraa keenya!Raadiyoo Hamarsan kan adda isa godhu karaa "Application ELFF+ "jedhamuun addunyaa guutuutti kan tamsa'u waan ta'ef carraa kanatti fayyadamuun qophiiwwan bohaarsoo ta'an garagaraa akka qabattanii nu waliin dalagdan abdii keenya!Karaa Page Raadiyoo hamarsa nu quunnamuu dandeessu!
Gaarii yaadaa,gaarii gaadaa
Haa imallu waliif qoodaa
Raadiyoo Hamrsan!
16/03/2023
Dhabbani BTM(Bashatu Tolemariam multimedia)yeroo dhihootti karaa “application’’ ELFF + Jedhamuun Sagantaa bashannanaa sa’aa 24 dhaggeeffatamu Afaan Oromootiin isiniif dhiyeessuuf waliigaltee yeroo mallatteessinu Gammachuu guddaatu nutti dhaga’ama
Click here to claim your Sponsored Listing.