Amicho WBO force
teaching
04/04/2023
Imallikee goda Begii
Karaankee dhidheessaa
Aggaammiinkee joobira
Lafa kaayyoo geessaa
Shokokiin faanakee
Battallikee ganamaa
Kaayyoon faayakeeti
Haqa siif amanamaa
Qaxxisni jiruukee
Innati buutee baatuu
Joorrikee dhugaafi
Kan garaa na nyaatu
Ilaa...
Galma dharaa jibbitee
Diiguuf galma shiraa
Oggaa kuftee kaatu
Yartuu yaada hiraa
Baayyeef hin galu
Balaliinkee joobira
Haqa faana kaattee
Si'biqiltuu hamminaa cira!
👉J-o-o-r-a-a-k-o-o-!!
01/06/2022
Qaaliikoo qaalii oromoo
01/06/2022
QAALIIDHA KANAATU
03/05/2022
JABAA
18/11/2021
29/10/2021
Wbokoo
26/10/2021
A
26/10/2021
One love
Nama jaallataniif dadhabuun
Boqonnaadha
13/10/2021
Loading
level 4
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the university
Telephone
Website
Address
Addis Ababa