FOCUS MINISTRY

FOCUS MINISTRY

Share

{EDM}=(Evangelism, Disciple making &Mission Mobilization)

26/05/2026

Nagaan waaqayyoo bakka jirtanitti hunduma keessaniif haa baay'atu,

Sagantaa guddaa FGG-2026 gaafa caamsaa 01/2026 geggeeffamee irratti "Lotarii I-phone 17 pro max" dhiyeessuun keenya ni yaadatama. namootni baay'een keessan tikeetii bitattaniittu. Garuu sababa tikeetiin guyyaa sana gurguramee hin dhumneef utuu hin bu'in hafeera.

Waan turreef nu oofkalchaa jechaa roobii dhuftu galgala sa'atii 3:00(LT) LIVE irratti waan buufnuuf obbolootni tikeetii kana hin fudhatin jirtan;
1. Hojii waaqayyo karaa FOCUS hojjetu jajjabeessuuf ,
2. Carraa keessan yaaluuf yeroo ammaa irraa eegaltanii bilbiloota armaan gadii bilbiluudhaan tikeetii kana akka bitattan jaalala waaqayyootin sin gaafanna.

HUBACHIISA.
1. Gatiin Tiketiin tokko qarshii 2000ETB
2. Tikeetiin abbaan 10 waan jiruuf namni carraa kana fayyadamuu barbaaddanis fudhachuu dandeessu.

BANK INFORMATION
1. CBE: 1000360547168
2. Awash: 013521704779401
3. CBO:1010400269628
4. OB :1100330900002

BILBILA
0940284444
0908222226

EEBBIFAMAA !!!

Amanuel Kolu Amanuel Tafesse Naol Bekele EECMY Youth Ministry Evangelical MEDIA/Council Odaa Asaffaa Derara Bedasa Waldaa Amantoota Oromoo Finfinnee Natnael Tariku - Naatoo Bao Tura Doyo Abdataa Tolasaa - Mugaabee Marga Kababa Page Bulcha Dessale Mikael Solomon Fufii B Abdeta FOCUS ASTU FOCUS BHU

Hirpha Bahiru & Dawit Morka | WADGEELA | New Afaan Oromo Gospel Music Vedio 2026/2018 07/05/2026

Nagaan, ayyaanni fi araarri waaqayyoo hunduma keessaniif dachaa haa baay'atu,

Miseensota FOCUS Ministirii hundaaf, Miseensa dhuunfaa irraa eegalee hanga Feeloshiippotaatti, waan ofii abbaatu jabeeffata.

Miidiyaa hawaasummaa keenya keessumatti Facebook, Youtube fi Tiktok guddisuun waan baay'ee dhaaf bu'aa qaba. Innis hojii wangeelaa hojjennuuf, farfattoota keenya baasuuf Produce gochuuf, Social campaign garagaraa geggeessuuf miidiyaan hawaasummaa keenya guddifachuu ni dirqama keenya dha.

Kaleessa nama tokkotu akkas naan jedhe "FOCUS hunduma dha; Laga hin qabu, siyaasa hin qabu, Denomination hin qabu,Loqoda hin qabu, Saala hin qabu; Kan kiristoositti amanee fi Barnoota idilee baratu hundumtuu FOCUS dha".

Dhuguma dha. Har'a giddu galeessan miseensa 30,000+ oltu keessatti tajaajilaa fi tajaajilamaa jira. Kan FOCUS keessa darbee bakka garagaraa jiru immoo lakkoofnee bira gahuu hin dandeenyu.

Kanaafuu hojii guddaa nu madaalu Midiyaa hawaasaa kana irratti hojjechuuf daqiiqaa lama (2) fudhadhuu liinkii armaan gadii seenii;
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
SUBSCRIBE, SHARE, LIKE... godhi.warra kaanis jajjabeessi. !

(1M,2M,3M....why not?)🤔
Eebba Danuu !!!!

https://youtu.be/exdmgkFcyB4?si=vaq6klanF7VIOIq5

Amanuel Tafesse Naol Bekele Amanuel Kolu EECMY Youth Ministry Evangelical MEDIA/Council Odaa Asaffaa Derara Bedasa Waldaa Amantoota Oromoo Finfinnee Natnael Tariku - Naatoo Bao Tura Doyo Abdataa Tolasaa - Mugaabee Bulcha Dessale Mikael Solomon

Hirpha Bahiru & Dawit Morka | WADGEELA | New Afaan Oromo Gospel Music Vedio 2026/2018 /2018

Hirpha Bahiru & Dawit Morka | WADGEELA | New Afaan Oromo Gospel Music Vedio 2026/2018 06/05/2026

https://youtu.be/exdmgkFcyB4?si=e8FLF8_QemjDBQFh

Amanuel Tafesse Naol Bekele Amanuel Kolu EECMY Youth Ministry Evangelical MEDIA/Council Odaa Asaffaa Derara Bedasa Waldaa Amantoota Oromoo Finfinnee Natnael Tariku - Naatoo Abdataa Tolasaa - Mugaabee Bao Tura Doyo Bulcha Dessale Marga Kababa Page

Hirpha Bahiru & Dawit Morka | WADGEELA | New Afaan Oromo Gospel Music Vedio 2026/2018 /2018

Photos from FOCUS MINISTRY's post 05/05/2026

"FOCUS NATIONAL VOLUNTARY DAY "

---------------May 01/2026----------

Magaalaa Jimmaatti hojii tola ooltummaa fi deeggarsaa karaa FOCUS Ministirii hojjetaman

Amanuel Tafesse Naol Bekele Amanuel Kolu EECMY Youth Ministry Evangelical MEDIA/Council Odaa Asaffaa Derara Bedasa Waldaa Amantoota Oromoo Finfinnee Natnael Tariku - Naatoo Abdataa Tolasaa - Mugaabee Bao Tura Doyo Marga Kababa Page Bulcha Dessale Mikael Solomon

Photos from FOCUS MINISTRY's post 05/05/2026

"FOCUS NATIONAL VOLUNTARY DAY "

-------------May 01/2026-----------

Magaalaa Shashamnneetti hojii tola ooltummaa fi deeggarsa FOCUS Hawaasaan hojjetaman

Amanuel Tafesse Naol Bekele Amanuel Kolu EECMY Youth Ministry Evangelical MEDIA/Council Odaa Asaffaa Derara Bedasa Waldaa Amantoota Oromoo Finfinnee Natnael Tariku - Naatoo Abdataa Tolasaa - Mugaabee Bao Tura Doyo Marga Kababa Page Bulcha Dessale Mikael Solomon

Photos from FOCUS MINISTRY's post 05/05/2026

"FOCUS NATIONAL VOLUNTARY DAY "

-------------May 01/2026-----------

Magaalaa Arsiitti hojii tola ooltummaa fi deeggarsa hojjetame.

Amanuel Tafesse Naol Bekele Amanuel Kolu EECMY Youth Ministry Evangelical MEDIA/Council Odaa Asaffaa Derara Bedasa Waldaa Amantoota Oromoo Finfinnee Natnael Tariku - Naatoo Abdataa Tolasaa - Mugaabee Bao Tura Doyo Marga Kababa Page Bulcha Dessale Mikael Solomon @

Photos from FOCUS MINISTRY's post 05/05/2026

"FOCUS NATIONAL VOLUNTARY DAY "

---------------May 01/2026---------------

Magaalaa Walqixxee/Gubree/tti hojii tola ooltummaa fi deeggarsa hojjetame.

Amanuel Tafesse Naol Bekele Amanuel Kolu EECMY Youth Ministry Evangelical MEDIA/Council Odaa Asaffaa Derara Bedasa Waldaa Amantoota Oromoo Finfinnee Natnael Tariku - Naatoo Abdataa Tolasaa - Mugaabee Bao Tura Doyo Marga Kababa Page Bulcha Dessale Mikael Solomon

Photos from FOCUS MINISTRY's post 05/05/2026

"FOCUS NATIONAL VOLUNTARY DAY "

------------May 01/2026-----------

Magaalaa Mattuutti hojii tola ooltummaa fi deeggarsa hojjetame.

Amanuel Tafesse Naol Bekele Amanuel Kolu EECMY Youth Ministry Evangelical MEDIA/Council Odaa Asaffaa Derara Bedasa Waldaa Amantoota Oromoo Finfinnee Natnael Tariku - Naatoo Abdataa Tolasaa - Mugaabee Bao Tura Doyo Marga Kababa Page Bulcha Dessale Mikael Solomon @

Want your place of worship to be the top-listed Place Of Worship in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address

5 Kilo
Addis Ababa