Oromticha

Oromticha

Share

Yaada dursaa; Odeeffannoo madaalawaa! Yaadni keessan ijaaraa keenya!

Lencho Gemechu 01/12/2025

Vote Kaamoolee?

Lencho Gemechu Hiyyaana

18/01/2025

Eโ€œ๐˜ฝ๐™ž๐™ฎ๐™ฎ๐™– ๐™ ๐™–๐™ฃ๐™– ๐™ ๐™š๐™š๐™จ๐™จ๐™–๐™ฉ๐™ฉ๐™ž ๐™ฌ๐™–๐™–๐™ฃ ๐™ฃ๐™ช๐™ฉ๐™ž ๐™ฉ๐™–๐™–๐™ฃ๐™š๐™š;๐™ฌ๐™–๐™–๐™ฃ ๐™Š๐™ง๐™ค๐™ข๐™ค๐™ค๐™ฃ ๐™ฉ๐™–'๐™š; ๐™—๐™ž๐™ฃ๐™š๐™š๐™ฃ๐™จ๐™ž ๐™ก๐™–๐™œ๐™–๐™–๐™ก๐™ก๐™š๐™š ๐™๐™ž๐™ฃ ๐™ฉ๐™–๐™–๐™ฃ๐™š!"
๐™…๐™–๐™ฌ๐™–๐™–๐™ง ๐™ˆ๐™ค๐™๐™–๐™–๐™ข๐™ข๐™–๐™™
~
Gochi bineensummaa daangaa darbe. Waan akka malee 'Shocked' nama godhu! Namni mootummaan nageenya uummataa haa tiksuuf hoj-maata itti kenne;faallaa isaa ammoo akka bineensa bosonaatti ilmoo namaa gaafa rasaasaan ciibsee waxalu arguu caala maaltu nama guba! Abadan waan akkasii arguun of-nama jibbisiisa;namummaa ofiitti nama qaanfachiisa!

Gara jabummaan sirnaa;gara jabummaan ilmoo namaa hamaa ta'uu isaatu irraa hubatama! Waaqayyo abbaan murtee dhugaa, ni argaa laata? Yoomuma garuu;kan ajjeechaan akka bineensaa nurraa dhaabbatee;nagaa argannee jiraannu? Yoomuma laata kan uummanni keenya nagaa argatee, qe'eef qabeenya isaa irratti;yaaddoof bir'ii tokko malee ciisee bulu? Yoomuma laata kan dacheen keenya dhiiga lola'u kana arguu jibbitu? Gaaffii yeroo maraa na keessa marmaartedha!

Waaqayyo ati argi, dhiiga nama qulqulluu bakkeetti rasaasaan waxalamee! Ormi Afaan isaa dubbachaa nu nyaate;jallaan keenyas Afaan keenya dubbachaat nu nyaate!

Orooliyaanaa Margaa1

17/01/2025
09/01/2025

This is Los Angeles yesterday, not Gaza!

23/12/2024

Feyisa Lilesa Gemechu waan ati mootummaa deeggartuuf sirritti beekna kanaafi Jawar gorsuuf hin ciinqamiin, atu osoo Lafaa kee kan magaala Finfinnee kutaa magaala Lidaata argaamu sani mootummaan sirraa fudhe guyyaa tokkotti mootummaa mormuufi gad baata.

23/12/2024

แˆˆแŠญแ‰กแˆญ แŒ แ‰…แˆ‹แ‹ญ แˆšแŠ•แˆตแ‰ตแˆญ แ‹แ‰ขแ‹ญ

แ‹จแ‰ฐแŠ“แŒˆแˆฉแ‰ตแŠ•แŠ“ แ‹จแƒแ‰แ‰ตแŠ• แ‹จแˆ˜แ‹ฐแˆ˜แˆญ แŠฅแˆณแ‰ค แŠ แˆแŠœ แ‰ฐแŠจแ‰ฐแˆแŠฉแ‹Žแ‰ต:: แŠ แˆแŠ• แŒแŠ• แ‰ แ‰ฐแŠ“แŒˆแˆฉแ‰ต แ‹จแˆ›แ‹ญแŠ–แˆฉ แ‰ฅแ‰ป แˆณแ‹ญแˆ†แŠ• แ‰ แˆฐแ‹‰ แ‹ฐแˆ แ‹จแˆšแŒซแ‹ˆแ‰ฑ แŠ แˆจแˆ˜แŠ” แˆ˜แˆ†แŠ•แ‹ŽแŠ• แ‰ฐแˆจแ‹ตแ‰ปแˆˆแˆ:: แŠฅแ‹‰แАแ‰ต แˆ˜แˆตแˆŽแŠ แ‰ แˆ€แŒˆแˆญ แˆ…แˆแ‹แŠ“ แˆตแˆ แˆฒแ‹ซแŠซแˆ„แ‹ฑ แ‹จแАแ‰ แˆจแ‹‰แŠ•แŠ“ แŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซแ‹แ‹ซแŠ•แŠ• แŠจแˆ›แŒˆแ‹ณแ‹ฐแˆ แŠ แˆแŽ แˆ€แŒˆแˆชแ‰ทแŠ• แ‹ซแ‹ฐแ‰€แ‰ƒแ‰ตแŠ• แŠจแŠ•แ‰ฑ แŒฆแˆญแАแ‰ต แˆณแ‹ณแˆแ‰…แˆแ‹Ž แ‰ แАแ‰ แˆจแ‰ แ‰ต แ‹ˆแ‰…แ‰ต แˆฒแ‹ซแ‹ˆแ‹ตแˆฑแŠ แАแ‰ แˆญ:: แ‹›แˆฌ แАแŒˆแˆฉ แŒˆแ‰ฅแ‰ถแŠ แ‹จแ‹ˆแŠ•แ‹ตแˆ›แˆ›แ‰พแ‰ฝ แˆ˜แŒˆแ‹ณแ‹ฐแˆ แ‹ญแ‰†แˆ แ‹˜แŠ•แ‹ต แˆˆแˆฐแˆ‹แˆ แ‰ แˆ˜แ‹ˆแŒˆแŠ” แŠจแˆตแˆแŒฃแŠ• แŠ แАแˆฑแŠ:: แˆˆแ‹ˆแŠ•แ‰ แˆญแŠ“ แˆˆแˆ˜แŠชแŠ“ แ‰ แˆ˜แŒˆแ‹›แ‰ต แŠฆแˆฎแˆžแŠ• แ‰ แŠฆแˆฎแˆž แˆˆแˆ›แŒฅแ‹แ‰ตแŠ“ แŠฆแˆฎแˆžแŠ• แŠจแ‹ˆแŠ•แ‹ตแˆžแ‰น แŒ‹แˆญ แˆˆแˆ›แŒฃแˆ‹แ‰ต แ‹จแˆšแŒซแ‹ˆแ‰ฑแ‰ตแŠ• แ‰แˆ›แˆญ แŠฅแ‹ซแ‹จแˆ แ‹แˆ แ‰ฃแˆˆแˆ›แˆˆแ‰ด แŠฅแŒ…แŒ แ‹ฐแˆตแ‰ฐแŠ› แАแŠ:: แˆตแˆˆแАแ‰ แˆจแŠ• แŠ แŒญแˆญ แ‰†แ‹ญแ‰ณ แŠ แˆ˜แˆฐแŒแŠ“แˆˆแˆ::

แŠฅแˆตแŠซแˆˆแˆ แ‹ตแˆจแˆต แˆˆแˆฐแˆ‹แˆแŠ“ แˆˆแˆ…แ‹แ‰ฆแ‰ฝ แ‹ˆแŠ•แ‹ตแˆ›แˆ›แ‰ฝแАแ‰ต แ‹จแˆ›แ‹ฐแˆญแŒˆแ‹‰ แ‰ตแŒแˆ แ‹ญแ‰€แŒฅแˆ‹แˆ!

Kabajamoo Muummicha Ministeeraa Abiyyi Ahimadiif

Yaada Idaโ€™amuu dubbattee fi barreessite amanee isin hordofe. Dhawaata garuu nama waan dubbatu hin jiraanne qofa otoo hin taane cubbamaa dhiiga namaatiin taphatu taโ€™uu keessanin hubadhe. Gaafan dhugaa sehee waraana bilaasha maqaa walabummaa biyyaatiin bantan, isa Itoophiyaanota wal-nyaachise, fi diinagdee biyyaa kuffise gegeessaa turtan deeggaretti na faarsaa turtan. Hardha gaafan dubbii argee gara nagaa goruun wal-ajjeechaan obboleeyyanii haa dhaabatu jennaan aangoo narraa fudhattan. Otoon shira Oromoo Oromoodhaan balleessuu fi obboleeyyan isaatiin walitti buusuuf kaatan argaa callisuu dhabuu kootii baayyeen gammada. Turtii waliin qabaannef galatoomaa!

Hagan jirutti qabsoon nagaa fi obbolummaa ummataatiif godhu itti fufa!

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Gullalle
Addis Ababa
397447