All ways event

All ways event

Share

renouble resorce for our people
humna haareffamu Uummata keenyaaf
Soolaarii haaraa hojjechuu,kan

Photos from All ways event's post 11/01/2026
Photos from All ways event's post 07/09/2025

Bakka ibsaan hin jirretti
Ibsuu caalaa
Bakka miidiyaan hawwaasaa hin jirretti hojjechuu caalaa gammachuun biraa hin jiru

30/08/2025

Anis atis inuma barbaachifna waliif

30/08/2025

Preventive mentinance
At Gov't

30/08/2025

Broadcast Satelite searching

24/08/2025

==Miishinar Badhaafamte👏‼️==
Badhaasa Namoota hojii gaarii hojjetanii fi Fakkeenyummaa gaarii qabaniif qophaaye Kan “ “ jedhamu Miishinar badhaafamtee jirti👏

Baga Milkoofte jechaa ammayyuu hojii gaarii eegalte kana jabeessii itti fufi … Waaqayyo Ayyaana isaa kanuma Caalaa siif haa baayyisu si jenna ‼️

World Christian Media

Photos from All ways event's post 25/07/2025

H17 fakkeenya 19;17 Namni hiyyeessaaf garaa laafu akka waan Waaqayyoof liqeessuu ti; Waaqayyos gatii isaa isaaf in deebisa;

Ogeessa ogummaa isaatiin Uummata isaa tajaajilaa ture
Maqaan isaa Ahimad kadir jedhama
Nama gaarii gara laafessa .Nama beekumsa isaa kaaniif qoodu
Nama Akka salphaatti miira Namaa dubbisu
OBN Damee godinaa hanga OBN muummichaatti Ogeessa Teknikaa ta'ee kan hojjetaa jiru
Amma kunoo Ogummaa jaalatuu,fira/Aalii/hiriyoota isaa irraa addaan bahee siree irratti hafee jira ,sababni Isaas kaleen isaa Akka malee dhibamee jira
Kanuma bu'uura godhachuun kaleen isaa dhiqamaa jira
Dhiqaan kalee yeroo yeroon gaggeeffamu qarshii hedduu waanta'eef humna Nama kanaa oli oromoon
Nan rakkadhe Nama isaan jedhe jelaa callisee hin beeku .gara laafessi isinitti iyya chaa jiru Kun ilma keessani dhiiga keessani hidda keessani qomoo keessani,lammii keessani.kanaaf deggersi Akkaan Isa barbaachisa
Suursagalee armaan gadiitti argamu dhiqaa kalee kan agarsiisuudha

https://www.facebook.com/share/v/16WWfEnrCX/
Highlights
Godhaa abboota qabeenyaa
Miidiyaa gurguddaa biyya keenyaa
# Dhaabbata tola Oolaa
bebbekamoo
bebbekamoo
Olaanaa show
biraan
gahaafii adaraa namummaan isinitti haadhaga'amu
link godhaa

17/06/2025

Daandii baayi paasii mattuu OCC dhaan

Photos from All ways event's post 17/06/2025

Warshaa xaa'oo kan godina ilubaboor Aanaa yaayyoottii argamuu
Mootummaan maaliif akkasitti ilaalaa?
Waarshaan Kun waarshaa dhugaatii Sanaa gadi tajaajila Uummataa kennuu hanqatemoo? Maaliif isinitti dhaga'amuu didee?
yoo waaqayyoon sodaattan yeroo dhiyoo gidduutti Akka xumurtan dhaamsa keenya
Uummatni akkasumaan lafa isaa irraa kaafame maaliif isinitti hin dhagaa'amu
bosonni Uumamaa Kan UNSCOttii galmaa'e Naannoo waarshaa kanaatti argama
waan ta'eef bu'aa hedduu argamsiisa ture
Hoji-dhabdoota hedduuf carraa hojii Uuma ture
Tuuristoota hedduu harkisa ture
**********************************************Akka godina kanaatti Projektoota waarshaa kana booda jalqabamanii gara xumuraa irra gahan keessaa projektoota koliidarii ,daandii baypaasii,buufata xiyyaaraa fa'a
*****Projektiin Kun karaatti hafuun wal qabatee Huwwisa miidiyaalle Akka ta'utti hin arganne
Akkuma dirree kubbaa miilaa (Ambaa meedaa mattuu)kan dhagaan bu'uraa ka'amee achuun hafe sana
Warshaan xaa'oo yaayyoos akkasuma ta'e
***Mootummaaf waaqayyo hin jarjaru Jennee obsine

Photos from All ways event's post 14/06/2025

Baasii qarshii Biliyoona 22 tiin Ginciitti kan hojjetame warshaan dhugaatii Keenyaa(Kegna Beverages) guyyaa har'aa ifatti eebbifameera.
OBN

Photos from All ways event's post 12/06/2025

Xiyyaara indiyaa Nama 242 fe'ee imalaa ture keessaa namni 2 lubbuun hafuun karaa waaqayyoo malee ni cima
You can get Additional info from coment

Photos from All ways event's post 11/06/2025

Bosona Uumamamaa Yaayyoo, Godina Ilubabor-
Qabeenya buna bosonaa fi bineesotaan kan badhaadhe!

Yayo Biosphere Reserve Forest, Ilubabor, Oromia, Ethiopia — a rich natural forest home to wild coffee and diverse wildlife.

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Addis Ababa