Mahammad useena peg
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mahammad useena peg, Electrician, Jiddoo komlchaa, Addis Ababa.
30/09/2025
♥️♥️♥️
01/09/2025
21/10/2024
Shaggar garaa Galgala 💥💥💥
Nama 5000 Caalaa Nama 5 kan irraati Salawaata buusuu Caala 💥
"Namni Xumurri jecha isaa Laa ilaaha illallaah tahe jannata seene" Rasuulﷺ
17/10/2023
Today best photo 📸
❤ ❤ ❤ ❤ ❤ ❤
Alhamdulillah 💕
Kan rabbiin irra caalaa ummata nabi muhammad صلى الله عليه وسلم nu godhe ❣️
sallallaahu Aleeyhi wasallam 🥰🥰
13/09/2023
Happy new year 🎊🎊🎊
28/07/2023
Inni Du-ee lubbuun darbe hobbaafate,
Kan boodatti hafe hoo maal irraa hubate?
Madaa Godaannisa bara baraan
hin qoorre maatii keessanitti hin
ta’inaa!!💔🥲
Ijoolleen finfinnee jiraattan ammoo
Kana boodas hamma dandeessan,
Lubbuu keessaniif Of Eeggannoo godhaa!
Bakka oolmaafi iddoo bultii filadhaa!
Halkan sa’aatii malee manaan bahinaa.
Kophaa hin deeminaa
Dursaa bakka jirtan maalif Eenyu waliin akka jirtan
Maatiifi hiriyyaa dhugaan itti dhihaattan waliin jiraattan beeksisaa!
lubbuun guyyaa rabbi baase malee hin
Baatu.
Ta’us garuu Hamma dandeessan sababadhaa jedha mitii
Lubbuun abbaan hin Eegin amatan eeyne ja’u
Manguddoonni keenya yeroo mammaaku)
Matuma keessaniif safety of godhaa!
Kan isinitti bilbilu hundatti bakka jirtan hin
Beeksisinaa.
Takka kunnaan hin deebitu lubbuun!
Lakkaa’amee hin dhumu wanni
Waggootan darbe taane,
Dhugaan warra kana duraas haga
Ammaa hin baane!
Osoo dhugaan dhii-ga isaa hin ba’in,
Akkamitti eenyu akka isa ajjee-se fi Qaamni
Yakka lubb-uu isaa irratti raawate
baramee seeratti hin dhihaatin
Reeffii isaa gara iddoo dhalootatti Gaggeefama;
San booda akkuma salphatti( Rip)
Biyyoon itti haa salphattu jedhamee
guyyaa tokko ykn lama boo’a afaanii boo’amee
Darbee dagatama!
Madaa Gadda Godaannisa hin fayyine maatii fi firoota ummata keessanitti hin
ta’inaan dhaamsa kiyya!!!
Warra dabare lubbuun isaanii haa janntu 💔🥲
Murti guuto……✍️
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Addis Ababa