Dr Biftu Kejela
You will get some important health related tips. Follow us, share our contents.
31/05/2026
Jeequmsa Shaampiyoonsi Liigii booda Faransaayitti uumameen namoonni dhibbootaan lakkaa'aman to'annoo jala ooluu fi poolisoonni kurnootaan lakkaa'aman madaa'an.
Eega tapha xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaa Arsenaal waliin taasisaniin Paaris Seent Jarmaniin (PSG) injifateen booda, guutuu Faransaay keessatti waldhabdee deeggartoota kubbaa miilaa fi poolisii gidduutti uumameen walumaa galatti namoonni 219 miidhamanii jiru.
Ministirri Biyya Keessaa Laawuren Nuunez akka himaniitti Namoonni saddeet haala hamaa keessa jiru. Jeequmsa tajaajila otobusii, baaburaa fi baaburaa magaalaa guddoo Paaris keessatti jeequmsa to'achuuf poolisoonnii kumaatamaan lakkaa'aman kan bobbaafaman yoo tahu isaan keessaa 57 miidhamanii jiru.
Nuñeez akka jedhanitti, jeequmsa kanaan walqabatee namoonni 780 kan qabaman yootahu 450 ol ammoo to'annoo jala oolanii jiru. Haaluma kanaan jeequmsa kaastoonni karaa halkan tokkotti cufaniinis balaa daandii "ring road" Paaris irratti mudateen namni tokko du'ee argamuu himan.
31/05/2026
Jecha Beektotaa
■ "Hiyyeessa taatee yoo dhalatte balleessaa kee miti, hiyyeessa taatee yoo duute garuu balleessaa keeti."
— (Biilii Giraam)
■ "Maatii irraa dhalatte filachuu hin dandeessu ijoollee sirraa dhalataniif garuu haala mijeessuu ni dandeessa."
— (Biilii Giraam)
■ "Namoonni waan tokko hojjechuuf yaalanii kufan, warra homaa utuu hin hojjetin milkaa'an irra ni caalu."
— (Looyid Joonsi)
■ "Muka ija qabutti dhagaan baay'ata."
— (Shiikeeraa)
■ "Karaa si baasu hin beektu taanaan deemsa hin eegalin."
— (Ingilizoota)
■ "Nama hundumaaf gaarummaa yaadi, garuu hiriyyaa filadhu."
— (Giriikota)
■ "Rabbi gurra lamaa fi afaan tokko nuuf kennuun isaa baayyee dhaggeeffachuu fi xiqqoo dubbachuu akka qabnu nu hubachiisuu dhaafi."
— (Araboota)
■ "Beekumsi nyaata lubbuuti."
— (Pilaatoo)
■ "Amala nama tokkoo yoo baruu feete aangoo yookiin taayitaa kenniif."
— (Abrahaam Liinkan)
"Beekumsi kennaa uumamaa si jalaa hin hatamneedha."
— Albart Staayin
"Hiyyummaan hiyyuuma caalu hiyyummaa sammuuti."
— Sooqiraxas
"Hanga lubbuun jirtutti waan gaarii hojjedhu!"
— Abrahaam Linkan
"Yeroo dabarsuurra guyyaa beellamaa dabarsuu wayya!"
— Abrahaam Linkan
"Beekaa jedhamuuf barumsa keessa darbuu osoo hin taane baruumsi si keessa darbuu qaba."
— Abrahaam Linkan
"Sammuun qullaa ta'uu irra kiisiin qullaa ta'uu wayya."
— Sheekispiir
"Boru kaleessaaf karoorfachuu hin dandeessu."
— Edmand Bark
"Yeroo hunda tarkaanfii tokko yoo yaaddu qormaanni gufuun miilla kee irratti ni mul'ata."
— Antoon Cheevak
"Nama irra yaaduf yaali! Garuu namarra beekadha ofiin hin jedhin!"
— Wiiliyaam Jaamsi
"Horii kee waan barbaaddetti jijjiiruu dandeessa! Biyya kee garuu hin dandeessu."
— Joon F. Keneediin
"Bareedinni sammuudhaa umurii wajjiin dabalaa yoo adeemu kan bifaa immoo hir'achaa deema."
— Joon F. Keneediin
"Humna agarsiiftuu ol qabaadhu! Hamma beektu dubbadhu!"
— W. Sheekispiir.
yoo sitti tale godhi. 🙏
👇👇
Follow Dr Biftu Kejela
31/05/2026
Qaamota Dhalaa Miira Walquunnamtii Saalaa Itti Kakaasan:
***********************************
1. Fiixee Harmaa - Fiixeen Ykn Mataan Harmaa Bakka erogenous zone tahee Fi Yeroo Tuqamu Fedhiin Wal-quunnamtii saalaa Itti Kahuudha.
2. Morma - Mormi Bakka Bayyee Sensitive (miira'aa) taheedha, Bakki Kun Yeroo Hafuurri Ho'aan Ykn Dhungatamu, Miira Waalqunnamtii Saalaa keessa Seenaniidha.
3. Afaanii Fi Hidhii - Bakki Kun Bakka Heedduu Beekamaa Fi Filatamaa Taheedha, Akkasumas Erogenous zone Bakka Taheefi dhungachuun Miira walquunnamtii Saalaa Keessaa Ariitiin Seensisuuf Gargaara.
4.Qaamota Saalaa Shamarranii Keessaa Bakkoota A-spot Fi G-**ot Jedhaman Bakka Nerve Ending Jedduun Itti Argamanii Fi Erogenous zone taheedha. Bakki Kun Qaama Saalaa Shamarranii keessaa Gara Oliitti Kan Argamuudha.
5, Clitoris/qinxira - Bakki kun fiixee gara alaa qaama saalaa shamarraniitti kana argamuudha. Bakka highly sensitive taheedha. Bakka kana caalaa miira walqunnamtii saalaa keessa kan seensisu hin jiru.
👇
.....
Dr Biftu Kejela hordofaa 🙏
31/05/2026
Raajii Masii 🥰👍
PSGn waancaa nyaatee maal irraa qabda? maal sigalshe? jedhan. sirrii jedhan👍
31/05/2026
! 'ela!
Dhimma kanarratti hanga wallaalummako yeroo darbe dubadhee jennaan namoota kumaan lakkaa'amantu jaallate.
Inni kun ammoo ol naaf haa taa'u michootakoo hundumaaf!
Ilaa umuriin bilchaanne miti, rakkinaatu nu bilcheesse!
Ammaas
Akka nama ilkaan 28 biqilchee tokkootti, waan kana isiniif dhaamuun filadhe.
michootakoo yaadan dhengada kaaserratti shamarran komii baayyee dhiyefataa turani.
Shamarra tokko erga fuudhe haadha manaake godhattee, akkuma duraa sanatti jaalladhu maqaa masoon yaami malee erga fuute booda "hintalaa" jettee hin yaamiin.
Yoo sheen nan dadhabe siin jette dadhabbiishee hubbadhuuf.
Simalee nama ishee hubatu 1iyyuu hin qabdu, sila haadhasheef abbaashee dhiistee si filattee siwaliin jiraachuutti jirti.
Kanaafuu eenyuuyyu sirra haadha manaakeeti hin dhiyyaatu.
Darbeemmoo gochaa xiqqoottu gammachiisa, shamarrii fi daa'imnan amala walfakkaata qabu.
Dafanii gammaddu, waanuma ati laatteftu isaaniif gammachuudha.
Kanaaf yeroo hundumaa fuula ifaafi jaalala ho'aa qabaadhuuf.
Wal danda'aa, waliifis dhaga'aa, waliifis owwaadhaa, sin2n caalaa eenyuyyuu isinitti dhiyeenya hin qabaatiin, wal amanaa, waliifis amanamaa.
Yeroo bakka tokko deemtan, harka walii keessanii keessa galfadhaati imalaa, malee akka gogorrii birraa wal hin baqatiinaa!
Eessatiyyuu haa ta'u wal bira malee hin taa'iina.
Karaa kanaa an warra adii hedduun dinqisiifadha.
Ilaa yaa michootakoo warra jaallatamoo,
Gaa'elli yoo wal kabajan yoo wal jaallatan yoo wal mararsiiftan malee hin minyooftu.
;
Jaalalli dhoksaa gadi fagoodha.
Kan dubbannu caala keessa gaafa jiraatamu namaaf hubbatama.
Gaaffi kana akkati naaf deebistu abdiin qaba.
Jaalalli siif maalii?
Ilaa akka wallaalumma kootti, kanan hubadhe sitti hima.
Kana jechuun ati jaalala hin beektu jechuu miti inni dubbisaa jirtu kun.
Jaalala akkuma feenetti keessa seenne keessas kan baanu miti, jaalalli hidhaafi hidda gad fagoo waan qabuuf
Jaalalli akka kirrii yaa'ee dhuma hin qabnee natti fakkaata anatti.
Kirrii yaa'ee hin dhumne tokko, yoomati harkistee yaasuu dhiiste malee , hinuma yaa'a.
Kanaafuu jaalalli waan hundaarra addadha kanan dubbadhuun olitti, kanaafuu walii keessaniif jaalala ho'aa qabadha.
Waan dubbistaniif ammoo ulfaadha jenna!
Dr Biftu Kejela
31/05/2026
Barattoonni wantoota kanneen hin godhinaa yeroo boqonnaaf gandatti galtan👇👇👇
1️⃣yeroo maatii fi hiriyoota kee wajjiin haasooftu afaan amaaraa,oromoo fi ingiliffaa walitti laqxee hin fayyadamiin afaan oromoo qulqulluu fayyadami.
afaan walitti laayxee fayyadamuun araadummaa osso hin taane faarummaadha😂😂
2️⃣yeroon boqonnaadha jattee ganda keessa deemtee dubrummaa hin balleessin dhaloota lafa dhufaa jiran mana barnootaatti yaamii barsiisii wallaalummaa balleessi.
3️⃣qarshii jimaa fi kaardii maatii irra fudhattee guyyaa guutuu teeysee jimaa qama'uu fi media fayyadamuun yeroo tee hin gubin maatii tee hoojii gargaarii yokaan ofii keetii hoojjadhuu bitadhu amma university hin jirtuumii maatii humaa hin gaafatiin🥺
4️⃣daandii gubbatti dubra hin qaqqabiin ati nama guddaadhaa dhaloonni maal sirra barata😎
✍️Ďòçťèŕ mohàmèď. university mooraa guddiicha irraa.
Galatoomaa isiniin jaaladha❤️❤️❤️🙏
30/05/2026
Dubartii walquunnamtii saalaatiif yeroo qaamashii ho'istan miirashee eegaa yoo deemtan malee garmalee yoo irra turtanis mallattoo armaan gadii kana agarsiistee turraan si jibbiti.
Dafiitii itti lokkosi.
27/05/2026
Dubartii Walqunnamtii Saalatiin Maraachisuuf
🌺🌺🌺🌺🌺🌺
◉ Yeroo walqunnamtii saalaa dubartii miira ishii eeganii fedhii baasun dirqama dhiirati. Yeroo walqunnamtii saalaa dubartii waliin raawwattu akka ishiin miiran aaddu, hoollattu arguuf, keessattuu dhumarra geessee yeroo ishiin gammachuun waan haasoftuu fi dhiistu walii wallaalte xibaartu, miiran addunyaa daaktu arguu yoo barbaadde tarkaanfiwwan kana gadii taasisuun murteessadha.
1. Iddoo mijataa qopheessif
2. Suuta tuquu
3. Sirnaan dhungachuu
4. Nyaata fi dhugaatii mi'aawaa fayyadamuu
5. Haasawaa fedhii dabalan itti hasaasuu.
6. Qophooftuu ta'uu ishii mirkaneeffadhu.
7. Yeroo raawwattu suuta jaalala itti agarsiisaa
😂
Cobbyy link godhaa😀
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa