Shagar Post
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Shagar Post, Grocers, Shagar city, Addis Ababa.
15/06/2026
Biyyi keenya magaalota ammayyaa akka qabaattu imalli eegalame qajeeltoon hogganamuu qaba. Magaalota xixiqqaa duraan jiran ammayyeessuu, akkasumas magaalota teeknooloojii haara gonfatan jaaruun dhimma xiyyeeffannoo barbaadudha.
MM Itoophiyaa Dr.Abiy Ahimad
Kitaaba Mootummaa ida'amuu pg 236
14/06/2026
"Qonni barsiifata irraa gara qonna ammayyaatti ceesisuun, wabii nyaataa keenya mirkaneessu qofa osoo hin taane, birmadummaa dinagdee keenyaa kan mirkaneessudha."
MM Dr. Abiyyi Ahimad
14/06/2026
"Dirreen siyaasaa dhiphachuu hin qabu. karaa to’achuu hin dandeenyeenis bal’achuu hin qabu.karaa seera qabeessa ta’een kan hogganamu ta’uu qaba"
MM Itoophiyaa Dr.Abiy Ahimad.
13/06/2026
Magaalonni ammayyoomuun kalaqaaf haala mijataa uuma. Kalaqa dijitaalaa ni cimsa. Yaadama Mootummaa Ida'amuu ni babal'isa.
MM Itoophiyaa Dr.Abiy Ahimad
Kitaaba Mootummaa ida'amuu pg 241
12/06/2026
"Biyyoonni jijjiirama ariifataa galmeessisan jijjiirama isaanii itti fufsiisuufi gara sadarkaa birootti ceesisuuf bakka gahan irra ceehanii olka'insa biroo ilaalu."
Dr. Abiyyi Ahimad
12/06/2026
"Itoophiyaan riqicha guddinaa fi nageenya ganfaa Afrikaa ta'uun, dandeettii fi humna diploomaasii ishee addunyaa irratti mirkaneessiteetti."
MM Dr. Abiyyi Ahimad
11/06/2026
"Biyyi daawwitii bu'aawwan gaggaariifi horataalee dhaloota darbeefi hojii kuufamee, ciminaafi dadhabina dhaloota har'aa, akkasumas abdiifi sodaa dhaloota boruuti"
Dhaloota Ida'amuu
11/06/2026
Daldaltoonni siyaasaa firii dadhabbii keenyaa qircachuudhaa olitti, gufuu dhagaa akka ariitiidhaan hin imalle daandii keenyarra taa'anidha. Waan ta'eefis, imalli keenya gufuu daldaltoonni siyaasaa kaa'an dhabamsiisuudhaan ta'uu akka qabu hubachuu qabna.
MM Dr. Abiyyi Ahimad
Kitaaba Mootummaa Ida'amuu pg 410
10/06/2026
"Guddinni hawwiidhaan hin dhufu; dafqaan dhufa malee. Hiyyummaa mo'achuuf tokko taanee, dandeettii fi humna qabnu hundaan lafa keenya misoomsuu qabna."
Dr. Abiyyi Ahimad
10/06/2026
"Kaayyoon keenya badhaadhina Itoophiyaa mirkaneessuudha!"
MMI Dr. Abiy Ahmed Ali
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa