Shaggar Times
Kaayyoon keenya odeeffannoo wayitaawaa fi waktaa dhimmoota Oromiyaa fi Itoophiyaa isiniif qooduudha.
09/04/2026
#ኢትዮጵያ #ኢዮሪካ ቴዲ ኣፍሮ teddy afro
8 April 2026 Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.
14/07/2025
Galaana diimaa argachuuf milkii gaariitu jira!
Ulaa galaana diimaa argachuuc deemsi dippiloomaasii taasifamaa jiru milkii gaarii irratti argama. Yarsiimoo kennanii fudhachuutiin Itoophiyaan yeroo dhiyootti ulaa galaana diimaa ni argatti jedhamee eegama. Abbichuuf wanti hunduu salphaadha. Guddina misoomaa ariifataa dhufaa jiru caalmaatti saffisiisuuf ulaan galaanaa daran barbaachisaa ta'uu hubachuun carraa jiru hunda fayyadamee goonni ulaa galaana diimaa milkeessaa jiru Abbichuun Itoophiyaaf oolmaa guddaa oolaa jira. Tarsiimoo Ida'amuu dippiloomaasii biyyoota ollaaf xiyyeeffannoo addaa kennuu jedhu dhugoomsuun ulaa galaana diimaa yeroo inni itti mikeessu dhiyoodha. Abbichuun kaayyoo eebbifamaa ittiin biyya guddisu qabatee waan deemaa jiruuf waaqayyos gargaaraa jira. Abbichuu waliin badhaadhinni biyya keenyaa mirkanadha.
14/07/2025
Milkiin Hidha haaromsaa misooma biroof nu onnachiisa!
Milkaa'uun hidha haaromsa Itoophiyaa misooma gurguddoo badhaadhinaaf humna ta'an hedduu akka hojjennuuf onnee nuuf ta'a.Pirojektiin laga Abbaay maallaqa guddaa fi ogummaa ol aanaa waan gaafatuuf Itoophiyaan fedha keenyaan alatti milkeessuu hin dandeessu kechuun biyyoonni dinagdeen gurguddoo ta'an Itoophiyaa deeggarsa dhorkatanii turan. Waggaa hedduu haa lakkoofsisuyyuu malee Itoophiyaan humna qabdu maallaqa, beekumsaa fi ogummaa biyya keessaa walitti Ida'uun hidha haaromsaa milkeessitee warra deeggarsa ishee dhowwatan qaanessite. Itoophiyaan amma humna guddaa qabaachuu ishee addunyaatti ibsiteetti. Warri kaleesaa milkaa'ina hidhichaaf gufuu ta'aa turan har'a immoo Itoophiyaa kadhachuu eegalaniiru. Galiin Hidhi laga Abbaay irraa argamu kan waggaa tokkootuu piroojektii gurguddaa hojjechuu danda'a. Hidhi kun kanneen akka warshaa xaa'oo, warshaa albuuda adda addaa fi Indusroriiwwan gurguddaa akka milkeessinuuf onnee guddaa guddaa nutti horeera. Amma wanti badhaadhina irraa nu dhaabu tokkoyyuu hin jiru. Abbayyaan humna badhaadhinaa keenyadha.
Xawalwallee
22/03/2025
# A landlocked 🇪🇹 struggles with trade costs. A peaceful solution for sea access benefits all.
🌟🌟🔥♥️♥️♥️♥️
Todays Picture ❤
Follow me
22/03/2025
Ramadankarim
21/03/2025
Ramadan Mubarak! May this holy month bring you peace, blessings, and prosperity. Wishing you and your loved ones a month filled with joy, forgiveness, and spiritual growth!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Website
Address
1000
Opening Hours
| Monday | 08:30 - 17:30 |
| Tuesday | 09:00 - 17:30 |
| Wednesday | 08:30 - 17:30 |
| Thursday | 08:30 - 17:30 |
| Friday | 08:30 - 17:30 |
| Saturday | 03:00 - 16:30 |