Ramos Raya

Ramos Raya

Share

Murteessaan Rabbuma💔💔💔♥️💔💔💔💔💔

07/04/2026

Gurbaa Yeroo kutaa 10ffa Barannu sana Narra Turte sun jirtaa??

12/03/2026

Breaking News!!

Iraan komandoo 60,000 ol Humna galaana galoo galaana pareeshiyaa fi Omaaniyaa irratti dabalataan bobbaaftee jirti. Kana jachuun humna duraan jiru gubbaatti Humna waraana Ab Trump dachaa goote ergite jachuudha...😎 kana Jachuun dooniileen boba'aa gaazii uumamaa fi Zeetii tokko akka Hulaa Hormuuz keessa hin dabarre murteessitee jachuudha!!... Ab Trump amma gudii arguuf deema!!...😃 Addunyaan hanqina boba'aan rukutamuuf deemti. Biyyoonni Afrikaa fi Gaanfa Afrikaa boba'aa qabdan qusannaan fayyadamaan dhaamsa keenya!! Waliif Dabarsaa!!...🤷‍♂️

Photos from Ramos Raya's post 02/03/2026

"Ameerikaan Nu Gatte"🥹🥹🥹

"Ameerikaan nu dhiistee jirti, nu dagatteetti, sirna ittisaa ishees Izraa'el eeguu irratti xiyyeeffatteera...

Biyyootni Galoo Galaanaa tole jedhanii buufata waraanaa ishee keessummeessaniif abaarsa misaa’elaa fi diroonii Iraan jalatti dhiistee jirti"

Qondaala Sa’uudiitu akka jedhee Al Jazeeraatti hime 🥱

02/03/2026

Innaalillaahi wa’innaa Ilayhi Raaji’uun Qabsaa’aa Mirga umataa Ganamaa Abbayyoo obbleessa keenya Dr Abdul Aziiz shek Ibraahiim fatoo umrii 110tti harra gara Fuula Rabbii isaanii deeman Rabbi Rahmata hagodhuufi namuu duaa’ii godhaafi Inshaa Allah

14/10/2025

Halkan arraa halkan milkii kan gammachuu Rabbi isiniif hagodhu
🌹🌹🌹

Want your business to be the top-listed Media Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Addis Ababa