GMN
GIRAWWAA MEDIA NETWORK
Qananii Qananiituu
With Murtiguto Ibrahim – I just got recognized as one of their top fans!
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Abdii Abas Kan Kombolchaa, Najma Akter Hashe, Ammee Adam, Ramisha Tokicha Dabal
27/05/2026
Hawaasni Muslimaa Baga Ayyaana Id Al-Adhaa Bara 2026/1447n Isin Gahe!
Labsii baaftan nuttii, dhiittanii mirga namaatii
Shiftaa nuun jettanii biyyumarraa nu baqachiisu heddanii
=========
"Foollisa kana laali "Absaala" jedhama. Giddu gala kanatti beekama. Gaafa shanee jedhanii ummata keenya dhahuu jalqaban San warri jiillee akkanatti absaalanii turan."
With Qananii Qananiituu – I just made it onto their weekly engagement list by being one of their top engagers!
20/05/2026
: Gurbaa suuraa irratti mul’atu kana namni beektan nuuf himaa. Maqaan eenyu? Dhalataa eessaati? Maalirra jira ?
With Sajidin Sirja – I just got recognized as one of their top fans!
With Qananii Qananiituu – I just got recognized as one of their top fans!
Haasawa Jeneraal Kamaal Galchuu kana yaadattuu? Jeneraaltichi edaa dhugaa qaba ture. Gaafa dura jeequmsi Lixa Oromiyaa eegalu saamicha Baankii Gamtaa Oromiyaa irratti raaw’atames ni yaadattu.
Maaltu, maaliif, eenyuun ta’e? Kanas irra geenyee jirra. Dhihoo kanatti nu eeggadhaa. Faayilli suur-sagaleefi barreeffamaa dheeraadha. Keessa deemee calaluun yeroo fudhata. Naa obsaa.
Barri kun bara dhugaa fakkaata!! Jedhi Waaq!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa
LOVESALAA153GMAIL.COM