Wankoo dancer
Singer & Dancer
Waggaarii-kabaa namni akka salphaatti ilaaluu fi ammuma waan kana gochuu qabdu jedhee yaadu nama haqni nama kanaa ammayyuu hin galiiniif jiru malee nama sirrii natti hin fakkaatu:-dirqama aniif ati qabnu kana dubbisii share coph phast gochuun namoota hedduu fi dhageettii qaban akkasuma mediaalee Oromoon qaba jedhamu biraan gahuu na gar-gaari ani haala xiqqaa ati jettee yaaddu kanas guddisee guddaa ati jettu kanas xiqqeessee haasawuu hin fedhu-kana jechuun namni kun miidhamaadha qar-qara bishaan *Basaqaa waggaa lamaa oliif qurxummii bishaan keessaa kiyyeessee nyaachaa bishaan basaqaa dhugaa har’a ga’eera:-bineensi naa nyaatu jedhee jala ciiseen bineensi na nyaachuu dide jedhee yeroo inni hirqinfatee boo’u Fira miti diinni boqonnaa hin argattu laphee isaatu Caba qaba🥹Dachaatuun nama wayyaanee kokkee qabee biyya har’a ol jettee dhaabbatte kanaaf dagalee ta’edha lafeen utubeera itti dhiigee itti hidhamee itti garafamee gammoojjii Ormaa keessatti hidhaaan waggaa 19 ol dararamedha 🥹 Kabajatu malaaf ture!
Dachaatuu Oromoon kalee itti fayyadamaa turee diinni akka itti hin seenneef akka rasaasatti onnee dachaatuuti dhimma ba’aa ture sun gaafa inni harka diinaa bu’u oromoon gadi gate ati eenyu jechuu dadhabe 🥹 waggaarii kabaa har’a ufata Amma irra jiru kanaan ala kirrii cittuu hin qabu maallaqa tokko hin qabu hurufa keessa jiraata;-kana kanarra waanan jedhu hin qabu dachaatuun boqochuu barbaada Xiin-sammuun isaa miidhame kun akka wal’aansa argatuuf barbaada!
Account banaa jechaa jirtu tole boru isiniin geenya “garuu?
Dachaatuun har’a qarshii Kumaa dhibba lama sadii walitti qabamuun ni jiraataa?
Manni jireenyaa Isa hin barbaachisuu?
Konkolaataallee ta’u har’a fayyaan isaa Guutuu miti Isa hin barbaachisuu?
Bakka dhaabbataa jiraatu fi nama waliin jiraatu Isa hin barbaachisuu?
Kanaaf maxxansa kana Jalatti namoota dhiibbaa uumuu danda’an jettu mention godhi share itti godhi Mootummaan biyya Bulchaa jirus akka nama kana quba qabaatu namoonni dandeessan quba nuuf qabaachisaa.
Abbootii qabeenyaa Oromoo
Midiyalee Oromoon qabdu
Facebookera Oromoo
TikTokera Oromoo
Nama kana akka nuuf gargaartan kabajaan isin gaafanna;-namuu namoota humna qaban jedhaman mention haa godhu Ulfaadhaa🙏
Sanyii Fufii Guraaraa✍️
!
fans
09/05/2026
guddaa , Hayyuu sabaa ! Nama Yeroo waliin ooltan haasaa isaanii dhaggeeffatanii hin quufne !
Nama maqaafi hojiinsaa wal gitu… Nama dogoggorri isaas ta’e sirrummaan isaa irraa baratamu…
Nama yaada qabuufi yaada hin sodaanne … Obbo Leencoo Lataa !
Guyyaan umurii qabsoo isaanii Waggaa 50ffaa itti kabajamuufi Kitaabni seenaa jireenya qabsoo isaaa irratti xiyyeeffate eebbifamu Dilbata borii waaree booda Hoteela Skylight’ttidha. Deemnee guddaa keenya haakabajnu.
siyaasa kamuu jala hiriiri
Paartii siyaasaa kamuu hordofi
Siyaasa kam irraa iyyuu bilisa ta'i
Dhaaba ABO jedhamu illee hanga feete jibbi
Garuu Oromoo taate Alaabaa kana yeroo argitu miira akkamiitu sitti dhaga'ama?, utuu hinsobin jaalalli ati alaabaa kanaaf qabdu hangamii?
An Oromoo ta'ee namni Alaabaa kana jibbu jira jedhee hinyaadu!
Alaabaan kun alaabaa huccuu (carqii) irraa tolfame qofa miti, dhiigaaf lafee gootota qaalii meeqan bocame.
Alaabaa Oromoon marti jaallatuudha
Alaabaan kun Alaabaa Oromooti!❤💚❤
08/05/2026
fans
Tadele Gemechu
07/05/2026
qaroo, dhaloota abidda uume; Obbo Leencoo Lataa Waaqayyo 💪🏿
A great visionary who shaped a generation!
07/05/2026
gootaa bool’a gararraadha; Hojiin isaa, kennataafi ashaaraan isaa bara baraan jiraatu!
Siidaa Yaadannoo Haacaaluu Hundeessaaf Magaalaa Finfinneetti
Click here to claim your Sponsored Listing.