Tadele Meseret Abera
Kuusaa Walaloo
15/06/2026
Adda Cituu Anniisaa Elektirikii :-Hojii Fooyya’iinsaa Fi Suphaa Raawwachuuf Kan karoorfame!
Boru Waxabajjii 9, 2018 A.L.I.Magaalaa Finfinnee fi Naannawaa Finfinneetti bu’uuraalee elektirikii irratti hojii suphaa raawwachuuf iddoowwan armaan gadiitti dhiyeessiin elektirikii yeroo murtyaa’eef addaan kan citu ta’a.
🕑 Ganama 2:00 – waaree booda 10:30-tti
👉 Bataskaana madihaanalamii, Ednaamool, Gamoo Shaggar, Hoteela Fireendishiip, Hoteela Daawun Taawon, Hoteela Awuraaris, Istaadiyeemii Aday Ababaa, Buna Kaaldiis, Impeeriyaalii fi naannawaa isaanii,
👉 Gast Haawusii Qaal (Kal Goust House) naannawaa 22 Goolaagul, Hooteela Atilaas fi Naannawaa isaani,
🕑 Ganama 2:00 – waaree booda 10:00-tti
👉 Goofaa naannawaa Kilabii (club) ganda 43, Dirree Almaaziyyee, naannawaa Moolii Soofiyaa, Qeeraa Barat, Gofa Gabreel, Koondominiyeemii Goofaa,Mana barumsaa Raphii, Buufata Poolisii Goofaa fi naannawaa isaanii.
👉 Bulbulaa Maariyaam, Warshaa Uffata Qorraa KK, Koondominiyeemii Qilinxoo, Mana Sirreessaa Qilinxoo, naannawaa Yuunivarsiitii (ASTU), Mandara Industirii, Warshaa Biiraa Waaliyaa fi naannawaa isaanii,
🕑 Ganama 2:00 – waaree booda 9:30-tti
👉 Koondominiyeemii Kaampii Goofaa, Addabaabaayii Jarman, Buufata Boba'aa Kaaf duuba, Safara Wayiraa, Koondomiiniyeemii Wayiraa, Bataskaana Abuna Iceegee, Hoiispitaala Xoor Hayilooch, Gadaama Iyyasuus, Awugustaa fi Naannawaa isaanii,
⏰ Ganama 4:00 – waaree booda 11:00-tti
👉 Galaan, Naannawaa Warshaa Balaayinee Kindee fi industiriiwwan naannawaa sanaa, naannawaa buufata boba'aa Kaaf fi naannawaa isaaniitti,
⏰ Ganama 4:00 – waaree booda 10:30-tti
👉 Ayyar Xeenaa, Saamii Kaaffee, Iddoo Bultii Taabootaa, Safara Mahaandisootaa, Teelee,
👉 Xaafoo, Warshaa Emooles, Kaasadee, Marfata 44, hanga Sandafaatti,
👉 Boolee Hullaasaa, Sabbataa, Alam Ganaa, Warshaa Bishaan “One Water”, Abbaahawaa Tireediingii fi naannawaa isaaniitti dhiyeessii elektirikii addaan cita.
Kanaaf,maamiltoonni keenya nannawaa tarreeffamanitti ragamtan qophii barbaachisu taasisuun hojiin suphaa xumuramee hanga tajaajilichi bakkatti deebi’utti obsaan akka nu eegdan kabajaan isin gaafanna.
15/06/2026
📢 Kanneen Link dhaan isiniif banuu dide kanaan ilaalladhaa.
👉Telegram keeny irraa pdf 2 maxxansines ilaalladhaa!
15/06/2026
Waliif Qoodaa🙏
Biiroo Galiiwwanii Oromiyaa
👉Guyyaan Qormaataa: 13/10/2018
👉Maqaa keessan Guyyaa itti aanu isin beeksifna jedhu.
👉Bakka Qormaataa Ilaalladha suuraa irraa
Odeeffannoo sirrii yeroo isaa eeggate Telegram keenya hordofaa
👇👇👇👇
https://t.me/solomondabale2023
👉👂
11/06/2026
Beeksisa Adda Cituu Dhiyeessii Elektirikii Kan Karoorfame
Boru Waxabajjii 5, 2018 A.L.I. hojii suphaa raawwachuuf naannawaa armaan gadii keessatti dhiyeessiin anniisaa elektirikii Kan addaan citu ta’a.
🕑 Ganama 2:00 – waaree booda 9:30-tti
👉 Wayiblaa Maariyaam, Awugustaa, Anfoo, Safar Wayiraa, Koondomiiniyeemii Wayiraa, Moobilii, Kaampii Raashiyaa duraanii, Hospitaala Tazaniya, Marfata Lakkoofsa Sadi, Bataskaana Sillaasee, Goofaa Kilab fi naannawaa isaanii.
👉 Addabaabaayii Nooy, Horsiisa Beeyiladaa, Mandara Industirii Walattee, Warshaa Sibiilaa Waaliyaa, Hoospitaala Keer-Laandii.
👉 Koondominiyeemii Kaampii Goofaa, Addabaabaayii Jarmanii fi naannawaa isaanii, Buufata Boba'aa Goofaa, Addabaabaayii Nooy, Simintoo Kaappitaal, Magaalaa Sabbataa gartokkeen, Kireesharii, Diimaa fi Alamganaa.
⏰ Ganama 3:00 – waaree booda 9:30-tti
🕑 Hagbes Araat Mantaa, Goojjam Barandaa, Jinhaad, Hoospitaala Abbabach Goobanaa, Qeexamaa Taraa, Addabaabaayii Paastar, Hoospitaala Phaawulos, Hoospitaala Abeet, Bataskaana Yohaannis, Safara Dastaa, Hoteela saan, Buufata Poolisii 3-ffaa, Koolleejjii Meedikaalaa Finfinnee, Koondominiyeemii Xaafoo, Addabaabaayii Xaafoo, Koondomiiniyeemii Abbaadoo fi naannawaa isaanii.
👉 Burrayyuu Sangootaa, Mandara Industirii Taaxaq, Gafarsaa fi naannawaa isaanii
⏰ Ganama sa’aatii 2:00 – waaree booda 8:00tti
👉 Naannoo Tigraayitti: Adawaa, Raamaa, Hoospitaala Addii Abuun
👉Maqaleetti “Etiyoo-Shawit Birataa Birat.” ganama 1:00 – waaree booda 10:00-tti) fi naannawaa isaanii dhiyeessiin anniisaa elektirikii addan ni cita.
Kana hubachuun, maamiltoonni keenya iddoowwan kanneenitti argamtan qophii dursaa akka taasiftanii fi suphaan raawwatee hanga dhiyeessichi deebi’utti obsaan akka nu eegdan kabajaan isin beeksifna.
10/06/2026
......
Isuma kaleessa hamaa waliin baanne
Isuma dheengadda rakkoo waliin nyaanne
Arrabni hamaaf gaariin nurratti roobee caame
Haamtuun hamminaasoo hamilee nu haame
Rakkoo dheebuuf beela walumaan obsinee
Isa hamminaan dhufe ogummaan cabsinee
Maqaa haaraa dhufes dinnee itti cichinee
Akka haadhaaf haadhootti walitti obsinee
Walitti nu buusuuf isa nu hamatu
Rakkoo keenyatti kolfuuf isa hamuummatu
Hundumaa obsinee dafqa itti cobsinee
Harqoota jallinaa walirraa cabsinee
Hamtuu gola keessaa kan Arrabni Lamaa
Kan waliin bukeessitu isa gaariif hamaa
Tiruu waliif taanee obsineema teenye
Waraansaaf madaa namaa
Kulkulfannee dandeenyee
.......
Xiqqoo waa argatteef Gurri kee si coomee
Arrabni kee nagaan jallinasoo haamee
Duula kalee dinnee cimnee waliin duulle
Hamaa gaariitti finnee tolaa waliin tuulle
Dagattee hundumaa har'a haaraa taatee
Osoo waa sin miine maqaa natti baastee
Jette jettee namaa kan kaleessa jibbite
Har'ammoo funaantee waa sagal dubbatta
Harka waliin rukuttee
Akka Obboleessaatti hamaaf gaariin hafee
Jallinni sitti mi'aayee gaariin riphee rafee
Kalee walitti nu buusuuf warra sagal duule
Arrabaaf hojiidhaan hammina nutti tuule
Har'a hiriyyoomfattee fuula naanneffattee
Baguma siif darbee atuu jijjiiramte
Atis tole jettee dagattee waan darbe
!!
??????????????????????????????????????????????
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the public figure
Telephone
Website
Address
Addis Ababa
KUUSAAWALALOO