Murre Tips

Murre Tips

Share

CEO & Founder tipulse.comπŸš€ The ultimate hub for High-Value Knowledge, Skills, and Career Opportunities. Don’t just keep upβ€”get ahead. Join the movement: ↓

24/05/2026

Guyyaa arraa kana booda Loogoo, thumbnail, banner hojjachuuf Software fi yeroo teessan fixuun isin hin barbaachisu.
Daqiiqaa muraasa keessatti AI fayyadamuun Loogoo kamiyyuu hojjachuun galii argachuu dandeessu.
Akkamitti?? πŸ‘€πŸ˜Ž
Video daawwadhaa! πŸ‘‡πŸ‘‡

Video : ➑️ https://youtu.be/pHk3Z47Hdvg?si=9asltNhjn8s38x2b

Ai = $$$$$$$$$$$πŸ€‘πŸ€‘πŸ€‘

23/05/2026

Ai Haala kanaan wal dorgomaa dhufuun bu'aas Miidhaas qaba.
Bu'aan isaa inni guddaan Ilma namaaf Gargaarsa, Saffisaa fi Bu'aa dabaluu yoo tahu,
Miidhaan isaa ammoo Hojii namoota baayyee bakka bu'uu isaati. 🀭

Hojiin amma qabdu AI kanaan bakka si duraa bu'a jattee sodaattaa??

23/05/2026

Video Personal Brand Akkamiin akka eegaltu Daawwattee?? πŸ€—

Yoo haga ammaa hin eegalin Video liinkii Comment jala jiruun barnoota kee eegaluu dandeessa. πŸ‘ŒπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

23/05/2026

Kana Beektuu Laata?? 😎
Claud AI Osoo ati waan tokko hin goone Script siif Barreessuu irraa haga Video Editing siif xumuruu akka danda'u beektuu?? πŸ˜ƒπŸ’₯

Rip CapCut...😬😬😬

23/05/2026

Guyyaa arraa Koorsii irratti Mala akkaan na fayyade tokko nan dabala.
Akkumaan waadaa isiniif galeen koorsii kiriiptoo guutumatti xumuruun amma gara YouTube Automation tarkaafanneera. β™₯

Malli kun nama hundaaf hojjata. 😁

Website keenya Comment jala jira.

Na eegaa!!!!!!!

22/05/2026

Obsa keessaniif Galatoomaa!!

Koorsiin YouTube automation Dabalataan waan haaraa fi iccitii bara kanaas Guututti Boru irraa eegalee dabalama.

Yoo rabbi ja'e boru irraa isin beeksisaa deema.

Wantoota Update tahan.
Niche Galii guddaa argamsiisu ( Finance ) dabaluu.

Short Yeroo gabaabaatti chaanaalii keenya guddisu mala addaan fayyadamuu.
Sagalee AI pro tahee fi iccitii human itti goonu.

Bilbila irrattis Editing isaa dabalatee waan danuu daballa. πŸ˜ƒπŸ«΅

Stay Tuned.

21/05/2026

Viidiyoo kanaan achi Waa'ee YouTube Nama hin gaafattu. πŸ˜ƒ
Iccitii YouTube mara haga Maallaqa argachuutti Video kana keessatti Hojjadheen jira.
Yoo haga ammaa hin daawwatin Liinkii Iddoo yaadaa ykn Comment jala jiruun daawwachuu dandeessa. πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

21/05/2026

Oduu Gammachiisaa! ✨
Maamiltoota keenya keessummeessuuf tajaajila qaamaan wal-arganii gargaarsa kennuu kallattiidhaan jalqabneerra! Hojiiwwan armaan gadii irratti tajaajila qulqullina ol-aana qabu argachuu dandeessu:

➑️ Website Design: Websayitiwwan bifa ammayyaatiin banuu fi Design isiniif godhuu

➑️ Script Writing: Barreeffama viidiyoo (skriptii) fi kan Website qopheessuu.

➑️ SEO: Marsariitii keessan Google irratti ol-kaasuu.

➑️ Thumbnail Design: Fakkiiwwan viidiyoo ija namaa hawwatan hojjechuu.

➑️ 1-on-1 Coaching: Gorsaa fi leenjii dhuunfaa kennuus Jalqabuu keenya gammachuu guddaan isin beeksisuu barbaada.

Sa'aatii isiniif mijatetti tajaajila kanneen argachuuf liinkii armaan gadii cuqaasaa: πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ˜πŸ˜€πŸ˜€

πŸ”— Liinkii: https://tipulse.com/explore-services/

Guddinni Mullata keessanii kaayyoo keenya. πŸ˜€πŸ«΅πŸ«΅πŸ«΅

20/05/2026
20/05/2026

AI haga ammaa jiru keessaa Claud Waan adda godhuutu jira. πŸ€—
Fayyadamaa jirtuu??
Maaltu isa hundarraa adda godha jattanii yaaddu? πŸ˜„

19/05/2026

AI Fayadamuun YouTube Akkata itti Jaalqaban | How To Make Money With YouTube Automation

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address

Addis Ababa