Mube

Mube

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mube, Shopping & retail, Metu, Addis Ababa.

14/07/2025

Fayya dhabaa fi waa dhaba
Rabbiin nurraa haa qabu

01/07/2025

Allaattiin ka'umsaa badde qubsumaaf rakkatti

22/06/2025

Qarshii malee qashtiin yoom badee

20/05/2025

Biyya shiroo nyaatanii shira yaadan keessa jirra ๐Ÿ‘๏ธ

16/05/2025

Konkolaataa ๐Ÿš˜ bituuf jechaan jira tokkoonkee maalin bitte jette akka nangaafane ๐Ÿ™…

02/05/2025

Rabbii sii haa fayyiisuu leenca oromoo๐Ÿฆ

01/05/2025

Bilbila dhabbuu irra haadha ๐Ÿก dhabbuu wayyaa๐Ÿค—

27/04/2025

Ijoolleen ______ Amaarriffa dubbaachuun akka qaroominatti ilaalu ๐Ÿ™…

18/04/2025

Anatu tuffate malee seexanni tokko na aggalaamaxaa jirti

Want your business to be the top-listed Shop in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address

Metu
Addis Ababa
090909