Akkoo

Akkoo

Share

lammummaa fi eenyummaa .....

21/05/2023

Dachee keenya oromiyaaf nagaan haa ta'u.

10/11/2022

waliif godhaa.
Nagaa biyya keenya kessaa dhibeefi du'a oromiyaati dhufuuf jiru hamma inni ulfaatu tilmaamun hin ulfaatu . hoji manaa waliif kennuu haadhiisnu keessattu qaamni lubbu baasufi waraanan jijjiirama fiduuf yaadu kamuu giddu galeeffachuu kan qabu uummata manasaa biyyasaa qe'eesarratti dararamaa jiran kana. Eenyuman sagalee nuuf ta'i jechuun yeroo deebi eegannurra hin jirru . warra siyaasa beekuf siyaasa dhisnee du'a nutti deemaa jiruuf waranni oromiyarra haa dhaababatu , nagaan lafa keenyaf haata'u haa jennu . abbotin amantii akka amantii kessaniitti lafa keenyaf kadhadhaa. Beekan hundi siyaasa qabe gadhisee nagaa lafa keenyaf haa mari'atu; karaa wayya jedherrattis waliif haa galu .
"Arba lama wallole miidhamaan marga " akka jedhan akka hin taane . warri dantaa parti siyaasa qabdan obsaa maloo lafa keenyaf naga jiraachu dadhabnu nagaa dhagegna ...ekeleen ajjesefi ekeleen du'een lafa keenyaf bilisumma barbaannu hin taatu . amma yeroo itti uummanni abdii kutee walitti dubbachu sodaatee, oole bulusaa shakkee kophasaa gungumurra geenye . adaraa midiyaa carra argattaniin nagaan lafa keenya oromiyaaf haa ta'u jedhaa . namarra dhibu nagaan rabbirra hin dhibuu!!!

10/11/2022

Biyya keenyaf nagaan haata'u.
Laphee gaddan cabe hunda waaqayyo haa jajjabeessu.

09/11/2022

Matii keetti gammadaa ta'i

08/11/2022

Waaqayyo gaaridha.

05/11/2022

Natti tole sol.

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address

Addis Ababa
NO