Qeqaa
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Qeqaa, Business service, Gursuum, Addis Ababa.
17/12/2025
23/10/2025
Enyuutu irraa bareeda nuf barreessa❤
0×0+2_1÷1=?
04/02/2025
Yuukreen deeggarsa hanga ammaa USA irraa argatte kaffaluu qabdi- Tiraampi
Qeqaa miidiyaa_ Amajjii 27, 2017
Pireezidaantiin Ameerikaa Donaaldi J Tiraampi waa'ee waraanaa Raashiyaa Yuukreen irratti ibsa kennaniiru.
Dhiyeenya masaraa mootummaa Ameerikaa 'White House' pireezidaantummaan kan seenan Donaaldi Tiraampi ibsa kennaniin Yuukreen deeggarsa Doolaara biiliyoona 300 hanga ammaatti Ameerikaa irraa argatte kaffaluu qabdi jedhaniiru.
Tiraampi akkaataan kaffaltii albuudota gatii jabeeyyii biyyattiin qabduun tahus mala jedhaniiru.
Akka Ji'ooloojikaal Saarveeyiin Ameerikaa ibseetti albuudotni gatii jabeeyyii jedhaman kunniin warreen akaakuun isaanii salphaatti humna maddisiisuu danda'an jedhameera.
Pireezidaantiin Ameerikaa yaadicha haa kaasan malee Yuukreen nan kaffala hinkaffaluu hinjenne jechuun 'Bloomberg' gabaasera.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa