Odaa Tech

Odaa Tech

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Odaa Tech, Education Website, Addis Ababa.

06/03/2023

barii ta'aa✅

06/03/2023
08/02/2023

Page kana Follow itti roobsa✋

08/02/2023

Page kana FOLLOW godhaa✋

60,000 FOLLOWERS PER MONTH☑️

Photos from Odaa Tech's post 07/02/2023

Page kana Follow godhaa☑️

06/02/2023

Jabaan Waaqa!

25/01/2023

Today's best Photo
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

14/01/2023

YOOYYAA!
Bakka jirtanitti akkam jirtu?
BBC Afaan Oromoo odeeffannoo biyya keessaafi guutummaa addunyaa irraa kan Amajji 14, 2023 isiniif dhiyeessuu jalqabeera.
Kanaan seenaa ↪️↪️ https://bbc.in/3QCqIhc

Mammaaksa Guyyuu BBC hin daganne.
Kan har'aa "'Maqaa baduu mannaa mataan baduu wayya' jette goondaan ciniintee hafte."

Hiika isaa nuuf barreessaa.
Guyyaa Gaarii!
http://bit.ly/3GlFIMN

06/01/2023

Eenyutu qabsa'ee
Eenyutu ittin gulufaa
Tokko taa'ee nyaata
Tokko sabaaf kufaa

Wallalaan nu barsiisuuf
Taa'ee beekaatti himaa
Oromoon omaa hin bekne
Gidduu kanaa dhumaa!!!

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Culinary Team

Attire

Address

Addis Ababa