Muhe YNWA
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Muhe YNWA, Grocers, 01, Adama.
Foon sareef bituuf jedhee mana fooni dhaqe.
Achiin gatii kafalee yoon xumuru asitti moo ni galattaan naan jedhan.
Saricha na sehan moo
29/08/2017
ABS(Adama Broadcasting Service)
“Foyya’iinsi diinagdee mootummaan taasise fayyadamummaa dubartootaa mirkanneessaa jira“-Taaggasee Caafoo
*************
Agarsiisa daldalaafi konfiraansii dubartoota hoji-uumtotaa 6ffaa magaalaa Finfinneetti qophaa’e irratti haasawaa kan taasisan Af-yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Taaggasee Caafoo, mootummaan fooyya’iinsa diinagdee erga taasisee bu’aawwan gurguddoon galmaa’aa jiru jedhan.
Dura Teessuun Gabaa Waloo Afrikaa Bahaafi Kibbaa ‘COMESA’ Maa’ureen Sumbwee, konfiraansichi dubartoonni hojiilee daldalaafi bizinasiirratti akka ciman taasisuun cinaatti, akka qaxannichaatti qindoomanii akka hojjetan haala mijeessaa jedhan.
Sirna jalqabsiisa konfiraansii kanarratti Ministira Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Kaasahuun Goofee (PhD) dabalatee, ambaasaaddaroonnifi keessummoonni biroon argamaniiru. OBN
Click here to claim your Sponsored Listing.
Website
Address
Adama