LEGAL ACTOR

LEGAL ACTOR

Share

Sobaa fi fakkeessuu Jibba! Hoogganaan koo hojii kooti! Haqni haa Dursu! Nagaatti

17/06/2026

kam keessatti argamna jennee of haa gaafannu!
nama furee hojjatu haa taanu hundi keenyaa!

16/06/2026

Maali kun? isa haaromsa Aadaa jedhusantu kana fide moo Walqixxummaa dha?

Photos from LEGAL ACTOR's post 16/06/2026

Unka waliigaltee uqqubi
https://t.me/tajaajilaseeraaBI

Photos from LEGAL ACTOR's post 16/06/2026

Tarree maqaa Dorgomtoota Carraa hojii Biiroo Galiiwwanii Oromiyaa irratti dorgomtan agarsiisudha!
Dabalataan Fuula Fb Galiiwwanii Oromiyaa Ilaalaa!

15/06/2026

Jiruu keetii olitti jiraachaa jiruu hin komatiin!

15/06/2026
15/06/2026

Uqqubii irratti Ragaan barreeffamaa dirqama miti!

14/06/2026

Namoonni Beeksisa Qacarrii Biiroo Galiiwwanii baase irratti Dorgomtani calallii jalqabaa dabartan Iddoo qormaataa isiniif baaseera waan ta'eef kilaastara keessaniin qophaa'aa

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Adama?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Adama