Singer Abdi Tesema
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Singer Abdi Tesema, Musician/Band, Adama.
11/06/2026
Nagaan waaqayyoo hunduma keessaniif haa ta'u Maatiiwwaan Waqayyoo biyya keessaf biyya alaa jirtan maraaf,
Gargaarsa waaqayyootiin Albeema Faarfannaakoo lakkofsa 3ffaa mata dureen isaa Jedhu xummure Gaafa Waxabajjii 20/10/2018 Waldaa Marsiil Finfinneetti nannoo garjiitti argamutti waan eebbifamuuf koottaa wajjin waaqayyoon waaqessina.
Ergaa kana gochuun nama hundumaa biraan naaf ga'a.
waaqayyo isiin haa eebbisu🙌🙏
10/06/2026
_Adaamaa_koottaa_hirmaadhaa
jirtu
06/06/2026
Booraa'aa jireenya koo dhimbiibdee
hurguftee narraa dhadhoofte daaraa
Abiddaf haafura keen nacubdee
natti roobsite bokkaa araaraa
05/06/2026
04/06/2026
ADUULAALAA_LUBBUU_HAARAA_AFFEERUN_KOOTTAA_HIRMAADHAA
04/06/2026
02/06/2026
Click here to claim your Sponsored Listing.