Muddaa
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Muddaa, Party Entertainment Service, Adama.
10/07/2023
Guyyaa tokko nama siyaasaa tokkotu ganda tokkoo walgahii waamuun mariisisuu barbaade. Kanaanis uummatni yaa'ee walgahiin eegalame. Namni siyaasaa sunis uummata fuuldura dhaabbachuudhaan "Rakkoon isin akka ganda kanaatti qabdan maali? Ammuma isiniif furra." jedhee gaafate.
Uummatnis rakkoo barbaachisaa lama qabna jedhaniin. Innis inni jalqabaa maali jedhee gaafata. Isaanis, "Hospitaala qabna, garuu doktora hinqabnu" rakkoon keenya inni jalqabaa kana jedhaniin.
Namni siyaasaa sunis battaluma kana dhagahetti bilbilasaa giiphii ykn kiisii isaa keessaa baafachuudhaan erga daqiiqaa dheeraa haasaween booda uummatatti garagalee, "Amma rakkoo keessan jalqabaa furuudhaaf qaama dhimmisaa ilaallatu wajjin dubbannee rakkoo keessan furuu dandeenyeerra. Doktorri boru ergama jedheen.
Itti fufees "Gaaffiin keessan inni lammaffaa maali"? jedheen. Uummatnis, "Ganda keenya kana keessatti Neetwoorkiin tasumallee hin dalagu" rakkoon keenya lammaffaa kana jedhaniin.
Kaabineen maaliin bilbilteree?
07/11/2022
dr. kabajaa artist Ali Birraa Rabbi itti haa araaramu
rabbi gala isaa haa tolchu
gaaffii qabrii rabbi itti haa laaffisu
jaanna ta haa kennuuf
Amiiiiiiin
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the establishment
Telephone
Website
Address
0000