Falmataa Podcast
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Falmataa Podcast, Podcast, Giza, Cairo.
Hayyuun seenaa obbo Nasir Khalil ykn Abba Malka moggaasa maqaa harargee jirjiiruu irratti maal je e guutuu sagalee tanaa dhaggeeffadhaa
Mijuu Bultum
Tolchaa Shere godhaa
Dhegelaa hin tahinaatii
Namni wanni if duratti si dheebuf
Akka ati geessuf bakka guddaa
Waanuma lamaafii
Firraa beekhuu qabda
Yaa bareechituu jiruu
Kakkabduu jireenyaa
Yaa ifaa addunyaa aakiraa
Kan hin qabne fakkeenya
Eenyummaan jirjiiramne
Gudeen too naaf faajji'ii
Umrii naaf dheeressi
Fayyaa ishiitii wajji
05/07/2024
Fb natti gamee kana booda gara page kiyyaa kanaan na’argattu Jemal galatoomaa
03/06/2024
Ogeessa aartiin tahee
Yoon suuraa tee qore
Ykn risaa tahee goflaan
Yoon ka’ee barare
Fakkaattin haadha ofii
Tan madaalan ishii gittu
Yoo barbaadaa oolte
Addunyarra hin jirtuu
Haatii ofii takkittumaa
Beekhaa laman jirtuu
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Website
Address
Cairo