Simbo

Simbo

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Simbo, Marketing Agency, Oro, Dubai.

26/04/2025

Biyya Jabduu, Kabajamtuu, Birmadummaa ishii eeggamee fi Diinotaan Sodaatamtu ijaaraa jirra.

Adeemsa Ijaarsa kana kan ta'e Dhaabbata Raayyaa Ittisa Biyyaa Cimaa ijaaruu erga jalqabnee bubbullee jirra.
Ijaarsi kun hin dhaabbatu ittuma fufa kanaaniis Dargaggootni Oromoo Kaleessa Jijjiirama kana fiduuf Aarsaa barbaachisu kafalaa turan Har'a Sirna ofii ijaaraa jiran tiksuuf Bal'inaan Beeksisawwan Carraa Hojii Gootichi Raayyaa Ittisa Biyyaa Baase Feedhiin Dorgomanii itti makamaa jiru.
Keessattuu Dargaggootni Oromoo Dhaabbilee Barnootaa adda addaa irraa Ogummaa adda addaan eebbifaman Carraa kana fayyadamaa jiru ammaas Fayyadamuuf qophiitti jiran, Adeemsi Kun Cimee itti fufa.Biyya Itoophiyaa Dhiigaafi Lafee Abboottii Keenyaan ijaaramte Beekumsaa fi Ogummaa keenyaan Ijaaraa tiksuun itti fufsiisna.Ammaas RIB Cimaa Ijaaruuf nu barbaachisa.
RAAYYAAN ITTISA BIYYAA IDDOO BEEKUMSAA FI OGUMMAAN ITTI BARATAMUU dha.
Dhugaan Jiru Kana tahe Oso jiru, Jawar Olola Sobaa qindaa'e balbaloomsuun Ajanda Qacarri RIB Bocate Afarsa.
Uummatni Oromoo Itti Dammaqeera. Jawar Kolu Galaa warra sodda akka tahes Hawaasni Hubateera. Ajanda kana Duubas Ergama Dhokataatu jira. Hawaasni Dhugaa lafa jiru Beeka. Jawaar Oduu himaa Mandaraa taha jira. kisaaraa Siyaasa Isa qunnamee fi dhagaahamti Dhabe Ololaan Deebiisuf Boochisa.
Itoophiyaa Ammayyooftuu Ijaarree Dargaggootaan Tiksinee itti fufsiisna.
Ololtuu Saaxillee, Sirna Wareegama Dhiigaa fi lafee Oromoon ijaarre, Utubuun ni Tiksina!

Want your business to be the top-listed Advertising & Marketing Company in Dubai?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address

Oro
Dubai